Telegram Web Link
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Taphoota Pirimer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

Xumuraman'

Arsenaal 4-2 Leestar
Maartineelii 19' Jaastin 47' 63'
Tiroosaard 45+'
Nidiidii 90+5'
Haavertz 90+9'

Cheelsii 4-2 Biraayitan
Paalmeer 20' Ruuter 6'
⚽️Paalmeer 28' Baaleebaa 34'
Paalmeer 31'
Paalmeer 41'

Evertan 2-1 Kiristal Paalaas
Maaknel 54' 57' Guhii12

Notingahaam 0-1 Fuulhaam
Himineez 51' Pk

Birentiford 1-1 Westahaam
Mubeemoo 1' Susheek 54'

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Arsenaal hanga boqonnaatti goolii 2 fi 0'n dursaanus boqonnaa deebii Leestar goolii 2 lakkofsisuun qixxatanii turan garuu Arsenaal daqiiqaawwan xumuraa dabalataa irratti goolii 2 lakkofsisuun goolii 4 fi 2'n injifachuun qabxii 3 milkeeffataniiru.🔥

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Hiriira garee Lamaanii

01:30 🔰 Liivarpuul Woolvis waliin

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@BurqaaIspoortii
Eenyutu injifata ?
Anonymous Poll
15%
Woolvis
74%
Liiverpuul
11%
Walqixa
Burqaa Ispoortii
Photo
Liiverpuul tapha ammaa kana yoo injifate qabxii 15niin sadarkaa tokkoffaa irra taa'a 🔥

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Cheelsiin Inzoo Maareeskaa jalatti kilaba sodaachisa tahaa jira, har'a morkataa cimaa Pirimer Liigii Biraayitan goolii 4 fi 2'n injifachuun qabxii 3 milkeeffataniiru.

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Jaadon Saanchoon erga Cheelsii itti makame tapha 3 taphatee kubbaawwan gooliif tahan 3 mijeessee kenneera.🔥

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Taphi Liiverpuul fi Woolvis eegaluuf jedha

Nu waliin jirtu 🙌
Taphatoonni gara dirree seenaniiru 🔥
Burqaa Ispoortii
Taphatoonni gara dirree seenaniiru 🔥
Eegaleera 🔥🔥🔥
🏴󐁧󐁢󐁥󐁮󐁧󐁿 Tapha Pirimer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

    01'

Woolvis 0-0 Liiverpuul

Dirree 🏟 Moolniiks Staadiyeem

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Kubbaan Liiverpuul jala
Gama lamaanuu yaaliin goolii hin godhamne
Gama Liiverpuuliin Arnoold kaardii akeekkachiisaa argteera
Liiverpuul goolii galchuuf yaalaa jiru
To'annoo kubbaa

Woolvis 58%
Liiverpuul 42%
Saalaah yaalee ture garuu jalaa deebisaniiru
🏴󐁧󐁢󐁥󐁮󐁧󐁿 Tapha Pirimer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

    10'

Woolvis 0-0 Liiverpuul

Dirree 🏟 Moolniiks Staadiyeem

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Daqiiqaa 15 garaagarummaan qabxii hin jiru
2024/09/29 19:24:51
Back to Top
HTML Embed Code: