Telegram Web Link
⚽️Garee cimaa Piriimiyerliigii Ingiliiz torbee 5ffaa akka "Who Scored" baasetti.

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⚽️Lakkoofsa muuraasa taphoota torbee shanaffaa booda galmaahan.

✔️Kilabii goolii hedduu lakkoofsise
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Maanchister Siitii goolii 13

✔️Kilabii goolii xiqqoo lakkoofsise
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Saawuzhampiten goolii 2

✔️Kilabii goolii xiqqoo kessummesse
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Livarpuul goolii 1

✔️Kilabii goolii hedduu kessummeese

Everteen fi Wolviis goolii 14

✔️Taphataa goolii hedduu lakkoofsise
🙎‍♂Erliing Braawut Haalaand goolii 10

✔️Taphataa kubbaa goolii ta'an hedduu mijessuun kenne
🙎‍♂B. Saakaa 5

✔️Taphataa yaalii hedduu taasise
🙎‍♂Erling Haaland yaalii 26

✔️Goolii eegaa yaalii heedduu deebise
🙎‍♂Maark Fileeken kubbaa 28

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
🚨 𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆: Taphataa sarara gidduu garee biyyaalessaa Ispeenii fi Maanchister Siitii kan tahe Roodriin tapha guyyaa kaleessaa Arsenaal waliin taasisan irratti miidhamee dirree keessaa bahuun isaa ni yaadatama,kanumaan hanga dhuma bara dorgommii kanaatti dirree irraa akka fagaatu gareen isaa Maanchister Siitiin ifoomsaniiru.🤕🇪🇸

…get well soon, Rodri! 🤞🏻💙

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@BurqaaIspoortii
⚽️Taphoota har'a taphatamu

💠Geeba Karaba'oo


03:45 🔰 Cheelsii Boorow waliin
03:45 🔰 Maan Siitii Waatfoord waliin
03:45 🔰 Walsal Lester waliin

💠Laaliigaa Ispeen

12:00 🔰 Seeviyaa Valadoliid waliin
12:00 🔰 Valensiyaa Osaasunaa waliin
04:00 🔰 Riyaal Maadriid Alaveez waliin

💠Koopaa Itaaliyaa

11:00 🔰 Lichee Saasuloo waliin
01:30 🔰 Kaagilaarii Kiremoonse waliin
04:00 🔰 Toorinoo Impoolii waliin

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
"Kubbaa osoo hin tuqin kubbaa miilaa akka taphatan itti himeera."

Arteettaa 🎙"Leenjistoota gurguddoo irraa waan baay'ee barachuu fi akkamitti akka milkaa'uu danda'an hubachuuf yaaluun dirqama. Dhiibbaan Joozee Mooriinhoo na keessa jira"

Taphattoonni isaa deebi'anii tapha harkifachuuf yaalanii kaardii diimaa akka hin argineef maal gochuu qabu jedhamee kan gaafatame Miikeel Arteettaan, "Kubbaa akka hin tuqne itti himeen ture. Kubbaa osoo hin tuqin kubbaa miilaa akka taphatan itti himeera" jechuun deebisee jira. 😁

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
⚽️Projektii haaraa dirree Oltraafoord

Maanchister Yunaayitid Oltrafoord haaromsuura Istaadiyoomii fi Pirojektii haaraa paawondii biliyoona 2 baasuun ijaaruuf karoorsaniiru.

Istaadiyoomii haaraan kun deggartoota kuma dhibba tokko ni qabata jedhamee yoo yaadamu waggaatti galii paawondii miliyoona 7.3 gara Ikoonomii UK ni galcha jedhamee eeggama.


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⚽️Maanchister Siitiin dirree isaa iratti erga injifatamee waggaan lama darbeera.

Yeroo amma dorgommii hunda iratti taphoota 48 dirree isaa iratti osoo hin injifatamin imalaa jira🔥🔥🔥

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⚽️Akka Maarkaan gabaasetti Vinishiyees Juuniyeer Baalandoorii 2024 injifachuuf carraa guddaa qaba.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⚽️Taphatoota saffisaan kilaboota isaaniif goolii 100 lakkoofsisan.

✔️Erliing Haalaand tapha 105 iratti
✔️Kiristiyaanoo Roonaaldoo tapha 105 iratti
✔️Luwis Suwaaarez tapha 120 iratti

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⚽️Hiriira Maanchister Siitii

03:45 🔰 Maan Siitii Waatfoord waliin

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⚽️Hiriira Cheelsii

03:45 🔰 Cheelsii Boorow waliin

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⚽️Tapha geeba Karaba'o Inglaand

10'
Cheelsii 1-0 Boorow
⚽️Nikuku 8'

Maan Siitii 1-0 Waatfoord
⚽️Dookuu 5'

Walsal 0-0 Lester

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Cheelsii 2-0 Boorow
⚽️Tapha Laaliigaa Ispeen torbee 7ffaa

13'
Riyaal Maadriid 1-0 Diportivo Alavez
⚽️Vazkuwez 1'

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⚽️Tapha geeba Karaba'o Inglaand

30'
Cheelsii 3-0 Boorow
⚽️Nikuku 8'
⚽️Nikuku 15'
⚽️Fleeks 29'

Maan Siitii 1-0 Waatfoord
⚽️Dookuu 5'


Walsal 0-0 Lester

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Vidiyoo goolii ilaaluuf
👇👇
@BurqaaVidiyoo
@BurqaaVidiyoo
⚽️Tapha geeba Karaba'o Inglaand

40'
Cheelsii 3-0 Boorow
⚽️Nikuku 8'
⚽️Nikuku 15'
⚽️Fleeks 29'

Maan Siitii 2-0 Waatfoord
⚽️Dookuu 5'
⚽️Nunez 38'


Walsal 0-0 Lester

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⚽️Tapha geeba Karaba'o Inglaand

Boqonnaa
Cheelsii 3-0 Boorow
⚽️Nikuku 8'
⚽️Nikuku 15'
⚽️Fleeks 29'

Maan Siitii 2-0 Waatfoord
⚽️Dookuu 5'
⚽️Nunez 38'


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⚽️Tapha Laaliigaa Ispeen torbee 7ffaa

Boqonnaa
Riyaal Maadriid 2-0 Diportivo Alavez
⚽️Vazkuwez 1'
⚽️Mibaapee 40'

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➡️@BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/27 15:25:19
Back to Top
HTML Embed Code: