Siitiin guutummaan guutuutti tapha to'atanus mo'achuu hin dandeenye
๐ด๓ ง๓ ข๓ ฅ๓ ฎ๓ ง๓ ฟ Tapha eegama Pirimer Liigii Ingilaand torbee 5ffaa.
โฐ Xumurameera'
Maan Siitii 2-2 Arsenaal
โฝ Haalaand 8' โฝ Kaalaafiyoorii 22'
โฝ Maagaaleesh 45'
โฝIstoons 90+7'
๐ Dirree Itihaad
Share โก๏ธ @BurqaaIspoortii
Share โก๏ธ @BurqaaIspoortii
โฐ Xumurameera'
Maan Siitii 2-2 Arsenaal
โฝ Haalaand 8' โฝ Kaalaafiyoorii 22'
โฝ Maagaaleesh 45'
โฝIstoons 90+7'
๐ Dirree Itihaad
Share โก๏ธ @BurqaaIspoortii
Share โก๏ธ @BurqaaIspoortii
๐จGooli eegaa kana osoo hin dinqisiifatin darbuun ni cima!๐๐ฅ
๐๐๐๐๐ โฒ@BurqaaIspoortii
๐๐๐๐๐ โฒ@BurqaaIspoortii
๐๐๐๐๐ โฒ@BurqaaIspoortii
๐๐๐๐๐ โฒ@BurqaaIspoortii
Share
Share
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Eenyutu yaade akkas taha jedhe namni yaade ni jira jedhe hin yaadu Siitiin boqonnaa booda goolii hedduun lakkofsisaa jechuun eega turre.
Garuu hin taanee wanti nama ajaa'iibuu hanga xiqqooof Arsenaal taphattoota kudhaniin qabxii 3 argachuuf dhihaatanii turan garuu dhuma irratti Istoons hojii isaanii bishaanitti dabale.
Artettaa fi Taphattoota Arsenaalif galatatu mala akkasuma goolii eega ajaa'ibaa Deevid Raayaaf๐๐๐
Share โก๏ธ @BurqaaIspoortii
Share โก๏ธ @BurqaaIspoortii
Garuu hin taanee wanti nama ajaa'iibuu hanga xiqqooof Arsenaal taphattoota kudhaniin qabxii 3 argachuuf dhihaatanii turan garuu dhuma irratti Istoons hojii isaanii bishaanitti dabale.
Artettaa fi Taphattoota Arsenaalif galatatu mala akkasuma goolii eega ajaa'ibaa Deevid Raayaaf๐๐๐
Share โก๏ธ @BurqaaIspoortii
Share โก๏ธ @BurqaaIspoortii
Lewaandowiskii fi Raafinan goolii lama lama yoo lakkoofsisan Paabloo Tooreen goolii hafte tokkicha lakkoofsisuu danda'eera.
Barseloonaan qabxii 18n liigicha dursuu itti fufeera.
Share
Share
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Share
Share
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Share
Share
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Share
Share
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Everteen fi Wolviis goolii 14
๐โโErliing Braawut Haalaand goolii 10
๐โโB. Saakaa 5
๐โโErling Haaland yaalii 26
๐โโMaark Fileeken kubbaa 28
๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐จ ๐๐๐๐๐๐๐๐: Taphataa sarara gidduu garee biyyaalessaa Ispeenii fi Maanchister Siitii kan tahe Roodriin tapha guyyaa kaleessaa Arsenaal waliin taasisan irratti miidhamee dirree keessaa bahuun isaa ni yaadatama,kanumaan hanga dhuma bara dorgommii kanaatti dirree irraa akka fagaatu gareen isaa Maanchister Siitiin ifoomsaniiru.๐ค๐ช๐ธ
โฆget well soon, Rodri! ๐ค๐ป๐
๐๐๐๐๐ โฒ@BurqaaIspoortii
๐๐๐๐๐ โฒ@BurqaaIspoortii
โฆget well soon, Rodri! ๐ค๐ป๐
๐๐๐๐๐ โฒ@BurqaaIspoortii
๐๐๐๐๐ โฒ@BurqaaIspoortii
๐ Geeba Karaba'oo
03:45 ๐ฐ Cheelsii Boorow waliin
03:45 ๐ฐ Maan Siitii Waatfoord waliin
03:45 ๐ฐ Walsal Lester waliin
๐ Laaliigaa Ispeen
12:00 ๐ฐ Seeviyaa Valadoliid waliin
12:00 ๐ฐ Valensiyaa Osaasunaa waliin
04:00 ๐ฐ Riyaal Maadriid Alaveez waliin
๐ Koopaa Itaaliyaa
11:00 ๐ฐ Lichee Saasuloo waliin
01:30 ๐ฐ Kaagilaarii Kiremoonse waliin
04:00 ๐ฐ Toorinoo Impoolii waliin
๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
"Kubbaa osoo hin tuqin kubbaa miilaa akka taphatan itti himeera."
Arteettaa ๐"Leenjistoota gurguddoo irraa waan baay'ee barachuu fi akkamitti akka milkaa'uu danda'an hubachuuf yaaluun dirqama. Dhiibbaan Joozee Mooriinhoo na keessa jira"
Taphattoonni isaa deebi'anii tapha harkifachuuf yaalanii kaardii diimaa akka hin argineef maal gochuu qabu jedhamee kan gaafatame Miikeel Arteettaan, "Kubbaa akka hin tuqne itti himeen ture. Kubbaa osoo hin tuqin kubbaa miilaa akka taphatan itti himeera" jechuun deebisee jira. ๐
Share โก๏ธ @BurqaaIspoortii
Share โก๏ธ @BurqaaIspoortii
Arteettaa ๐"Leenjistoota gurguddoo irraa waan baay'ee barachuu fi akkamitti akka milkaa'uu danda'an hubachuuf yaaluun dirqama. Dhiibbaan Joozee Mooriinhoo na keessa jira"
Taphattoonni isaa deebi'anii tapha harkifachuuf yaalanii kaardii diimaa akka hin argineef maal gochuu qabu jedhamee kan gaafatame Miikeel Arteettaan, "Kubbaa akka hin tuqne itti himeen ture. Kubbaa osoo hin tuqin kubbaa miilaa akka taphatan itti himeera" jechuun deebisee jira. ๐
Share โก๏ธ @BurqaaIspoortii
Share โก๏ธ @BurqaaIspoortii
Maanchister Yunaayitid Oltrafoord haaromsuura Istaadiyoomii fi Pirojektii haaraa paawondii biliyoona 2 baasuun ijaaruuf karoorsaniiru.
Istaadiyoomii haaraan kun deggartoota kuma dhibba tokko ni qabata jedhamee yoo yaadamu waggaatti galii paawondii miliyoona 7.3 gara Ikoonomii UK ni galcha jedhamee eeggama.
๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Yeroo amma dorgommii hunda iratti taphoota 48 dirree isaa iratti osoo hin injifatamin imalaa jira๐ฅ๐ฅ๐ฅ
๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
03:45 ๐ฐ Maan Siitii Waatfoord waliin
๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM