Telegram Web Link
Siitii yaalii 26
Arsenaal 0
Gooooooooooooool
Siiitiiiiiiiiiiiiiiii
Istoooooooooooooons
Dhuma irratti lakkofsisee
Giriliish tu gudii godhe Arsenaal
Waldhabdeen cimaan uumameera
Taphni itti fufeera
Xumurameeeeraaaaaaa
Arsenaal👏👏👏
Siitiin guutummaan guutuutti tapha to'atanus mo'achuu hin dandeenye
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Tapha eegama Pirimer Liigii Ingilaand torbee 5ffaa.

Xumurameera'

Maan Siitii 2-2 Arsenaal
Haalaand 8' Kaalaafiyoorii 22'
Maagaaleesh 45'
Istoons 90+7'

🏟 Dirree Itihaad

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
🚨Gooli eegaa kana osoo hin dinqisiifatin darbuun ni cima!👏🔥

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@BurqaaIspoortii
⚽️Gabatee sadarkaa Piriimeer Liigii Inglaand taphoota torbee 5ffaa booda.

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Eenyutu yaade akkas taha jedhe namni yaade ni jira jedhe hin yaadu Siitiin boqonnaa booda goolii hedduun lakkofsisaa jechuun eega turre.

Garuu hin taanee wanti nama ajaa'iibuu hanga xiqqooof Arsenaal taphattoota kudhaniin qabxii 3 argachuuf dhihaatanii turan garuu dhuma irratti Istoons hojii isaanii bishaanitti dabale.

Artettaa fi Taphattoota Arsenaalif galatatu mala  akkasuma goolii eega ajaa'ibaa Deevid Raayaaf👏👏👏

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
⚽️Tapha Laaliigaa Ispeen torbee 6ffaan Barseloonaan Viyaariyaal 5 fi 1n injifateera.

Lewaandowiskii fi Raafinan goolii lama lama yoo lakkoofsisan Paabloo Tooreen goolii hafte tokkicha lakkoofsisuu danda'eera.

Barseloonaan qabxii 18n liigicha dursuu itti fufeera.

✔️100%

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Burqaa Ispoortii pinned Deleted message
⚽️Gabatee sadarkaa Piriimeer Liigii Inglaand taphoota torbee 5ffaa booda.

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⚽️Gabatee sadarkaa Bondasliigaa Jarmaan

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
⚽️Gabatee sadarkaa Laaliigaa Ispeen

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/27 17:14:55
Back to Top
HTML Embed Code: