Telegram Web Link
Siitiin dhiibbaa uuma jiru
Koovaachich yaalee ture jalaa deebisan
Istoons seenufi
Kubbaan Siitii jala
Arsenaal ittisa irratti🔥🔥👏👏
Siitiin cabsanii galuu hin dandeenye carraan isaanii fageenya irraa yaalu qofa
Daqiiqaa 77
Fooden fageenya irraa yaalee ture jalaa bahe
Koooovaaaaaaachich
Burqaa Ispoortii
Koooovaaaaaaachich
Fageenya irraa yaalee ture garuu ol ka'e
Siitiin ammaa fageenya irraa yaalu eegalaniiiru
Daqiiqaa 10 qofatu hafe👀🔥
Arsenaal kana booda osoo mo'ameeyyu dhugaa waan nama ajaa'iibuu hojjetaniiru🙌👏👏👏👏
Dirree Itihaad irratti taphattoota kudhaniin Siitii dursuun waan hin yaadamnedha👀
Kaardii akeekkachisaa Raayisif
Daqiiqaa 84
Siitiin boqonnaa booda yaalii 20 ol taasisaniiru garuu goolii lakkoofsiisuu hin dandeenye
Daqiiqaa 5 qofatu hafe👀
Arsenaal waggaa 9 booda Itihaad irratti Siitii injifachuuf dhihaataniiru.

Isayyuu taphattoota kudhaniin
Raaaaaaayaaaaaaaaaaa
2024/09/27 21:26:43
Back to Top
HTML Embed Code: