Telegram Web Link
Dhugaa Raayaa ajabsi'afachuuf deeggaraa Arsenaal tahu qofti hin barbaachisu👏👏👏👏
Arsenaal akkasitti qabxii ni eegsifatu jechuun baayyee ulfaata
Boqonnaa booda Siitiin yaalii 10 taasisaniiru
Raayaan miidhame kufeera
Artettaan taphattoota isaa gorsaa jira
Arsenaal hojii manaa kana ni bahatu laata daqiiqaawwan 25tu hafa
Kubbaan Siitii jala
Raayaan kaheera
Taphattoonni Siitii sarara ittisaa Arsenaal bansiisuu dadhabaniiru
Taphattoonni Arsenaal dirree isaaniirra deema hin jiranii
Saaviniyoon yaalee ture jalaa bahe
Fooden seenera😮
Burqaa Ispoortii
Fooden seenera😮
Dookuun baheera
Daqiiqaa 70
Siitiin dhiibbaa uuma jiru daqiiqaan deema jira
Diyaasa yaalii cimaa taasise ture
Kaalaafiyooriin kufeera
Daqiiqaa 18tu hafa
Kiwoor seene
Kaalaafiyooriin bahe
Taphni itti fufeera
2024/09/27 23:22:51
Back to Top
HTML Embed Code: