Telegram Web Link
Gaaffii Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara ittisaa Evartan Jaaraad Biraantwaayit fudhachuuf taasisan kufaa tahera, Yunaayitid Paawundii miiliyoona £35m dabalataan bonasii £8m dhiheessanii turan.

[Madda: Time Sport]

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara ittisaa gidduu Liil Leenii Yooroo fudhachuuf dammaqinaan hordofaa jiru.

-David Ornstein🥇

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Kilabiin Seents bara kana gara Pirimer Ligii Ingilaanditti ol guddatan Saawuzampitan taphataa sarara gidduu duraanii Liivarpuul fi Biraayitan Adam Laalaanaa kontiraata waggaa tokkootiin mallatteessisuu isaanii beeksisaniiru.

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Hiriira garee biyyaalessaa Jarmaan

Tapha Baniinsaa geeba Awurooppaa 2024

04:00 🔰 Jarmaan Iskootlaand waliin

             Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Hiriira garee biyyaalessaa Iskootlaand

Tapha Baniinsaa geeba Awurooppaa 2024

04:00 🔰 Jarmaan Iskootlaand waliin

              Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Eenyutu injifannoon eegala
Anonymous Poll
82%
Jarman
7%
Walqixa
11%
Iskootlaand
Tapha Baniinsaa geeba Awurooppaa 2024

01'
Jarmaan 0-0 Iskootlaand

              Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Gooooooooooooooooooooooooool
Burqaa Ispoortii
Gooooooooooooooooooooooooool
Flooooreeeeeeeen Wiiiirtz
Tapha Baniinsaa geeba Awurooppaa 2024

17'
Jarmaan 1-0 Iskootlaand
⚽️F. Wirtz 10'

              Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Gooooooooooooooooooooooool
Burqaa Ispoortii
Gooooooooooooooooooooooool
Muzeeeeeeeeeeylaaaaaaaa
Burqaa Ispoortii
Muzeeeeeeeeeeylaaaaaaaa
Kaayi Havartez kubbaa bareeda laatef
To'annoo kubbaa
Jarmaan 73%
Iskotlaand 27%
Tapha Baniinsaa geeba Awurooppaa 2024

25'
Jarmaan 2-0 Iskootlaand
⚽️F. Wirtz 10'
⚽️J. Muzeylaa 19'

              Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Penality
Burqaa Ispoortii
Penality
Jarmanif
Balleessaa Muzeylaa iratti raawateen
Burqaa Ispoortii
Balleessaa Muzeylaa iratti raawateen
Riyaan Kristitu balleessaa raawate
2024/10/02 10:34:20
Back to Top
HTML Embed Code: