Telegram Web Link
βœ…Taphoota har'a taasifamu.

πŸ’ Piriimeer Liigii Inglaand


11:00 πŸ”° Everteen Cheelsii waliin
11:00 πŸ”° Fulhaam Saawuzhampiten waliin
11:00 πŸ”° Leester Siitii Wolviis waliin
11:00 πŸ”° Maan Yunaayitid Bornmaawuz waliin
01:30 πŸ”° Tootenhaam Livarpuul waliin

πŸ’ Seeriyaa Itaalii

08:30 πŸ”° Roomaa Paarmaa waliin
11:00 πŸ”° Veneziyaa Kaagilaarii waliin
02:00 πŸ”° Atlaantaa Empoolii waliin
04:45 πŸ”° Moonzaa Juuveentus waliin

πŸ’ Bondasliigaa Jarmaan

11:30 πŸ”° Bookum Haydaniyeem waliin
01:30 πŸ”° Wolfisbarg Dortumaand waliin

πŸ’ Laaliigaa Ispeen

10:00 πŸ”° Vaalensiyaa Alavez waliin
12:15 πŸ”° Riyaal Maadriid Seeviyaa waliin
02:30 πŸ”° Laas Paalmas Ispaanyool waliin
02:30 πŸ”° Legaanes Viyaariyal waliin
05:00 πŸ”° R. Beetis Riyoo Vayakaanoo waliin

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ   
   ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
βœ…Saakaan kaleessa yeroo Istaadiyoomii keessaa bahu.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ   
   ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
βœ…Gabatee sadarkaa Laaliigaa Ispeen taphoota kaleessa booda.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ   
   ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
βœ…Jaak Grilish goolii isaa dhumaa Maanchister Siitiif erga lakkoofsisee guyyaan 365 darbeera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ   
   ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
βœ…Antwaan Grizmaan taphoota 16 masaanuu Baarseloonaa ta’uun taphatee goolii tokkollee hin lakkoofsisne.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ   
   ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
πŸ”₯Deeklaan Raayis erga Onkoloolessa bara 2018 as taphataa Arsenaal tessoo jijjiraa irraa ka'e Piriimiyerliigii Ingiliiz irratti goolii galchee fi kubbaawwan gooliif ta'an mijese kene keessaa isa jalqabaa ta'eera. οΈβš½οΈπŸ…°

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ   
   ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
➠ Baarseloonaan bara 1965/66 booda yeroo jalqabaaf taphoota sadii walitti aansuun dirree isaa irratti Laaligaa irratti mo'ameera. Waggaa 59 booda Baarseloonaan seenaa hadhaawaa kana dirree isaanii irratti kessummessanii jiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️
@BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️
@BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ   
   ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Dorgommii bara kana kun garee taphoonni isaa ilaaluuf kan nama hawwatu waliin morkachuuf immoo sodaachiisaa ta'e Cheelsii nuuf dhiyeesse jira.

Kilabiin magaalaa Landan dhihaa Cheelsiin tapha Piriimer Liigii torbee kanaan kilabii Mersisaayd, Evartan waliin ni taphata tapha kanaas injifannoon yoo xumure garagarummaa qabxii Shaampiyoona bara darbee Maanchistar Siitii waliin qabu gara 10tti ol guddisuu danda'a.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ   
   ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Jeemii Reednaap:

"Amma dorgommiin liigii kanaa kilaboota sadii gidduutti ta'a, isaanis Arsenaal, Liivarpuul fi Cheelsii dha."

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ   
   ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
Kilabiin guddichi Ingilaand, Maanchistar Yuunaayitid dorgommii Piriimer Liigiin har'a dirree isaa Old Traaforditti Boornmaawuz ni keessumeessa. Tapha kanas injifannoo yoo xumure gargaagarummaa qabxii kilaba ollaa isaa Maanchistar Siitii waliin qabu gara 2tti dhiphisuu danda'a.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ   
   ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
Taphataan sarara gidduu Meesan Maawunt erga Maanchistar Yuunaayitid seenee booda taphoota 37 sababa miidhaatiin jala darbeera.

Baay'inni taphoota sababa miidhaan jala darbe kan waggoota afran Cheelsii keessa dabarse ni caala.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ   
   ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
βœ…Atleet Silaashii Siihiin Pireezedaantii Federeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa ta'un filatameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ   
   ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
Leenjisaa Peep Gaardiyoolaan kan durfamu Maanchistar Siitii dorgommii hunda irratti taphoota 12 darban taasiseen goolii 26 keessumeesseera.

Dorgommii hunda irratti taphoota 12 darban taasiseen gareen kun tapha tokko qofa injifate innis Nootinghaam Foorest waliin taasiseen dha.

Liivarpuul tapha har'aa dabalatee tapha hafeef injifate taanaan Maanchistar Siitii carraa qabxii 15niin Liiivarpuul irraa fagaachuu qaba.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ   
   ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
Istaatistiksii Peedrii Baarseloonaa keessa qabu :

β–ͺ️40 G/A
β–ͺ️Goolii 24
β–ͺ️16 Mijeessee kenneera

Magician πŸ‡ͺπŸ‡ΈπŸͺ„



𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ   
   ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
βœ…Maarkes Raashfoord har'as garee Maanchister Yunaayitid Bornmaawuz waliin taphatu kessatti hin argamne.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ   
   ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
Bukaayo Saakaan jalqaba taphichaa irratti miidhaan erga isa mudatee booda haala kanaan dirree Selhurst Park gadhiise bahee, miidhaan cimaan irra gahe fakkaata.

Waan deeggartoonni Arsenaal arguu barbaadani miti πŸ€•


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ   
   ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
Jeesus tapha Piriimiyer liigii Ingilaand goolii galche irratti gonkumaa injifatamee hin beeku taphoota 61n darbaan irratti🫣.


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ   
   ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
Burqaa Ispoortii
βœ…Maarkes Raashfoord har'as garee Maanchister Yunaayitid Bornmaawuz waliin taphatu kessatti hin argamne. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ       ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
Akkuma Markas Rashford, Maatiyas Delaayitis garee har'aa keessatti hin hammatamne!

MENπŸ“°

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➑️ @BurqaaIspoortii

β™‘ γ…€  βŽ™γ…€  βŒ²        βœ‰οΈ   
   ˑᢦᡏᡉ    ˒ᡃᡛᡉ    ˒ʰᡃʳᡉ   αΆœα΅’α΅α΅α΅‰βΏα΅—
2024/12/26 04:02:20
Back to Top
HTML Embed Code: