Telegram Web Link
Daqiiqaan 5 dabalameera
Koornaa Iswiichif
Iswiich goolii galchuuf dhiibbaa uumaa jiru
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿Taphoota Pirimer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

     Xumurame '

Iswiich 2-2 Astonvilaa


🏟️ Dirree Poortmaan Rood

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Tapha eeggamaa torbee kanaa eenyutu injifannoon xummura
Anonymous Poll
52%
Tootenhaam
19%
Walqixa
30%
Maan Yunaayitid
Taphi eegamaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa Maan Yunaayitid fi Tootenhaam gidduutti geggefamu eegaluuf daqiiqaa 5 qofatu hafa.
Nu waliin jirtuuu 👍🔥
Taphattoonni gara dirree seenani jiru
🚨Tapha eegamaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

eegalame
Maan Yunaayitid 0-0 Tootenhaam


Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Kubbaan Totenhaam jala
Gooooooooooooooool
Tootenhaaaaaaaaam 🔥
Joooonseeeeen daqiiqaa 3 gidduutti keessa buuse. 🔥
Kubbaa ajaa'iba mijeessuun Van de Ben kenneeraaf
🚨Tapha eegamaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

6'
Maan Yunaayitid 0-1 Tootenhaam
⚽️Joonsen 3'

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Ammallee Tootenhaam sochii bareedaa agarsiisaa jiru.
Amma kubbaan Yunaayitid bira
Tootenhaam kubbaa waliif laachuun taphachaa jiru.
🚨Tapha eegamaa Pireemiyeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

10'
Maan Yunaayitid 0-1 Tootenhaam
⚽️Joonsen 3'

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Ten Haag taphattootatti iyyaa jira.
2024/09/30 15:34:39
Back to Top
HTML Embed Code: