Telegram Web Link
Gama Arsenaalin Maartineeliin bahee Istarliing seeneera
Arsenaal sarara ittisaa Leestar bira darbuuf rakkataniiru
Taphni Arsenaal fi Leestar daqiiqaa 78 irra gaheera
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Taphoota Pirimer Liigii Ingilaand torbee 6ffaa.

81'

Arsenaal 2-2 Leestar
Maartineelii 19' Jaastin 47' 63'
Tiroosaard 45+'

Cheelsii 4-2 Biraayitan
Paalmeer 20' Ruuter 6'
⚽️Paalmeer 28' Baaleebaa 34'
Paalmeer 31'
Paalmeer 41'

Evertan 2-1 Kiristal Paalaas
Maaknel 54' 57' Guhii12

Notingahaam 0-1 Fuulhaam
Himineez 51' Pk

Birentiford 1-1 Westahaam
Mubeemoo 1' Susheek 54'

Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Share ➡️ @BurqaaIspoortii
Taphni Arsenaal daqiiqaa 85 irra gaheera
Tapha Arsenaal irratti daqiiqaan 7 dabalameera
Goolii eegan Leestar Heermansan yaaliiwwaan hedduu deebisa jira
Rukuttaa rogaa Arsenaalif
Gooooooooooooool
Arsenaaaaaaaaaaaaaaaal
Tiroooooosaaaaaaaard
Daqiiqaa dhumaatti kiyyoo keessa buuse🔥🔥
Goolicha Nidiidii ofirratti lakkofsisee jechuun galma'eera
Taphichi xumuramuuf seekondiin lakka'aa jira
Gooooooooooooool
Arsenaaaaaaaaaaaaaaaal
Burqaa Ispoortii
Arsenaaaaaaaaaaaaaaaal
Haavertz lakkofsisee ture taphaan ala tahe
Burqaa Ispoortii
Haavertz lakkofsisee ture taphaan ala tahe
VAR ilaalama jira
Burqaa Ispoortii
VAR ilaalama jira
Goooool Mirkanaa'eeraaa

Arsenaal 4-2 Leestar
Haavertz lakkoofsise
2024/09/29 13:34:14
Back to Top
HTML Embed Code: