Telegram Web Link
Burqaa Ispoortii
Raaaaaaayaaaaaaaaaaa
Kubbaan akkaamiiiiiiii deeebiseeeeeeeee👀🔥🔥🔥🔥
Yaalii aja'ibaa Givaardiyool deebise
Maartineeliin bahe
Jesus seene
Saalibaaa👏👏
Arsenaal cufanii ittisaa jiru
Haalaaaaaand
Raayaan qabateera
Daqiiqaa 1 hafeera
Tiimbeer kufeera
Daqiiqaan 7 dabalameera
Tiimbeer bahe
Leekiin seene
Raayaa👏👏
Daqiiqaa 93👀👀
Waan ajaa'ibaa ilaalaa jirra
Siitiin homaa gochuu hin dandeenye sararrri ittisaa Arsenaal karaa kennuu didaniiru
Daqiiqaa 2 qofatu hafe
Kaardii akeekkachisaa Jeesusif
Rukuttaa rogaa Siitiif
Burqaa Ispoortii
Rukuttaa rogaa Siitiif
Raayaan qabate
Artettaa & Arsenaal🔥🔥🔥
2024/09/27 23:23:30
Back to Top
HTML Embed Code: