Telegram Web Link
🚨 Laamin Yamaal fi Abbaa isaa

Waggaa 16 fi guyyaa 338 umuriin Laamin Yamaal. πŸ”₯


                    β“ˆβ“—β“β“‘β“”
             @BurqaaIspoortii
             @BurqaaIspoortii
βœ… Taphoota geeba Awurooppaa kaleessa taphataman.

Hangaarii 1-3 Siwzerlaand
Ispeen 3-0 Kirooshiyaa
Xaaliyaan 2-1 Albaaniyaa

                    β“ˆβ“—β“β“‘β“”
             @BurqaaIspoortii
             @BurqaaIspoortii
βœ…Taphoota Geeba Awurooppaa har'a taphataman.

10:00 πŸ”° Poolaand Nezerland waliin
01:00 πŸ”° Slovaakiyaa Deenmaark waliin
04:00 πŸ”° Sarbiyaa Ingilizii waliin

                    β“ˆβ“—β“β“‘β“”
             @BurqaaIspoortii
             @BurqaaIspoortii
🚨Riyaal Maadriid dinqisiifannaa addaa Filoriyaan Wiirtzif qabu. Akkaata tapha Riyaal Maadriid qaba jedhanii amanu.

(Madda: FabrizioRomano)

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Maanchistar Yunaayitid taphataa sarara fulduraa PSG Xaavii Siimons fudhachuuf PSG waliin wal qunnamaniiru.

Kilabiin Faransaay kun taphaticha kontiraata dhaabbataatiin gurguruu mannaa ergisaan kennuu filata.

[L'equipe]


            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Maanchistar Siitii fi Riyaal Maadriid taphataa sarara gidduu ganna 16 Riivar Pleet Firaankoo Mastantuonoo mallatteessifachuuf sochii eegalaniiru. Gatiin taphaticha paawundii miiliyoona Β£45m akka tahe himameera.

(Madda: Sport)

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
🚨 Robertoo Dizerbii gara Maarsee

π—›π—˜π—₯π—˜ π—ͺπ—˜ π—šπ—’ βœ…

Dhimmoota waraqaa qofatu hafe isaa booda ifatti kilabichaf ni mallatteessa.

(Source: FabrizioRomano)

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Hiriira garee lamaanii

10:00 πŸ”° Poolaand Nezerland waliin

            β“ˆβ“—ⓐⓑⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Eenyutu injifata?
Anonymous Poll
22%
Pooland
9%
Qixa
69%
Nezerland
βœ…Tapha geeba Awurooppaa 2024 ramaddii D.

⏱01'
Poolaand 0-0 Nezerlaand

              β“ˆβ“—β“β“‘β“”
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Tapha geeba Awurooppaa 2024 ramaddii D.

⏱10'
Poolaand 0-0 Nezerland

              β“ˆβ“—β“β“‘β“”
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Tapha geeba Awurooppaa 2024 ramaddii D.

⏱18'
Poolaand 1-0 Nezerland
⚽️A. Buska 16'

              β“ˆβ“—β“β“‘β“”
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Goooooooooooooooooooooool
Burqaa Ispoortii
Goooooooooooooooooooooool
Gaaaaaaaaaaakpooooooooo
βœ…Tapha geeba Awurooppaa 2024 ramaddii D.

⏱34'
Poolaand 1-1 Nezerland
⚽️A. Buska 16' ⚽️Gakpoo 29'

              β“ˆβ“—β“β“‘β“”
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Tapha geeba Awurooppaa 2024 ramaddii D.

⏱Boqonnaa
Poolaand 1-1 Nezerland
⚽️A. Buska 16' ⚽️Gakpoo 29'

              β“ˆβ“—β“β“‘β“”
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
βœ…Koody Gaakpoon goolii 10ffaa Nezerlaandif lakkoofsisuu danda'eera.

              β“ˆβ“—β“β“‘β“”
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Taphni boqonnaa boodaa eegaleera
βœ…Tapha geeba Awurooppaa 2024 ramaddii D.

⏱55'
Poolaand 1-1 Nezerland
⚽️A. Buska 16' ⚽️Gakpoo 29'

              β“ˆβ“—β“β“‘β“”
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
2024/06/30 18:34:52
Back to Top
HTML Embed Code: