Telegram Web Link
Burqaa Ispoortii
Tomaas Muler jijjiiramee seenuuf
Muzelaan bahe Muleer seene
Goooooooooooooooooool
5-0
Burqaa Ispoortii
5-0
Haqame taphaan ala
Tapha Baniinsaa geeba Awurooppaa 2024

76'
Jarmaan 4-0 Iskootlaand
⚽️F. Wirtz 10'
⚽️J. Muzeylaa 19'
⚽️K. Havarteez 45'
⚽️N. Fulkarg 68'

              Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Toni Krus bahe Emerichan seene
Gooooooooooooooooool
Burqaa Ispoortii
Maakeenaa
Antoni Rudigarin galmoofte
Tapha Baniinsaa geeba Awurooppaa 2024

89'
Jarmaan 4-1 Iskootlaand
⚽️F. Wirtz 10' ⚽️Ruudiger (Og) 87'
⚽️J. Muzeylaa 19'
⚽️K. Havarteez 45'
⚽️N. Fulkarg 68'

              Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Daqiiqaan 3 ida’ame
Gooooooooooooooooool
Burqaa Ispoortii
Gooooooooooooooooool
Emrichaaaaaaan
Tapha Baniinsaa geeba Awurooppaa 2024

Xumurame
Jarmaan 5-1 Iskootlaand
⚽️F. Wirtz 10' ⚽️Ruudiger (Og) 87'
⚽️J. Muzeylaa 19'
⚽️K. Havarteez 45'
⚽️N. Fulkarg 68'
⚽️Emrichaan 90+3'

              Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
Odeeffannoo Hojii Online garaa garaa fi Crypton walqabatan argachuuf filannoo kessan @BurqaCryptonews taasisaa.

Yeroon yeroo hojiiti!!

@BurqaCryptonews
@BurqaCryptonews
Taphoota Yuroo 2024 har'a taphatamu.

10:00 🔰 Haangaarii Siwzerlaand waliin
01:00 🔰 Ispeen Kirooshiyaa waliin
04:00 🔰 Xaaliyaan Albaaniyaa waliin

              Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
🚨 Arsenaal taphataa sarara fulduraa Atileetik Biilbaa'oo Nikoo Wiliyaams mallatteessifachuuf sochii eegalaniiru. Gatiin taphaticha paawundii miiliyoona £42m akka tahe himama.

(Madda: Football London)

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
🚨 Maanchistar Siitiin ganna kana taphataa sarara fuulduraa ganna 24 Juuliyaan Alvaareezif gaaffii dhihaatu kamiyyuu akka hin keessummeessine gabaafameera.

(Madda: Football Insider)

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii
2024/10/01 12:26:35
Back to Top
HTML Embed Code: