Telegram Web Link
As wr wb akkam jirtan hordoftoota chanali @AbduljaliliRedwan arra chanali ajaiba qabadhen dhufe baga gammanne baga gammaddan #JOIN godhu ittin bohara, irraa baradha, Seenale garagara, gorsa qalbi nama jiisu, #Seamore....
Forwarded from Guder dish
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
💞#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole💞
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞

#Asoosama gabaabaa
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
by Abdul-Aziz Ahmedin
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu

Iinshaa Allaah akka biyyaatti sa'aatii 4:00 irratti gaafii badhaasa qabdu isiniif qopheessinee jirra!!

Ofiifis itti qophaawaa, akkasuma hiriyyoota keessanis itti affeeraa!!

Carraa gaarii!!
@Kennaapost @Kennaapost
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa #KENNAA_DHALOOTA_QUBEETIIF!!

Gaaffiiwwan armaangadiitti dhiyaataniif deebbii haala gaafatamteen deebisi!

1, Sohaabota ergamaa Rabbii keeysaa sahaabaan akkaan qaanfataa tahee fi kan maleeykonnis irraa qaanfatan jedhame eenyuu?

2, Gosoota solaataa keeysaa kan raka'aa tokko keeysatti ruku'a(jilba qabannaa) lama qabu salaata kamii?

3, Suuraalee Qur'aanaa keessaa kan الحمد لله jedhee jalqabu sadi barreessi
A,
B
C

4, Seenaa islaamaa keessatti barri ergamaan Rabbii( salla Allaahu Aleeyhi wasallam) dhalatan bara maal jedhamee beekamaa?

5, Seenaa Islaamaa keesaatti khaliifaa 5ffaa jedhamee kan beekamuu fi bara itti islaamummaan diriire bara eenyuutii?


CARRAA GAARII

👉Maqaa guutuu fi bakka jiraattan barreessaa
Deebbii keessan karaa 👉@Kenase_bot irraan nuun gahaa!!



@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
Forwarded from Deleted Account
As wr wb 😓seena akkan gara nama raaftu waa'e saahibatirra😢 mee sahiba akkam qabda kheeysatti of laali guutuu sa arkachuf Seamore...
Forwarded from Guder dish
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
💞#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole💞
💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞

#Asoosama gabaabaa
♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡♡
by Abdul-Aziz Ahmedin
♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤♤

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from Deleted Account
As wr wb 😓seena akkan gara nama raaftu waa'e saahibatirra😢 mee sahiba akkam qabda kheeysatti of laali guutuu sa arkachuf Seamore...
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
Al-Berakaa Offical page

👇👇
Namni waan sijaallatuufi
kayiriirratti siwaamaa

Hojjannaan hojii gaariidha
Mindaansaa kuma kumaa
Hundumtuu waan hojiisaa
Bor ittiin badhaafamaa

Namni waa gaarii dheessu
Yoomuu kansaa gadumaa
Oll guddachuun hin jiruu
Qoonnisaa gadaantummaa

Yoo dhugumaan haajomte
Milkii kan biyya lamaa
Qooddachuudha dhuftee
Chaanaaliin keetumaa
Maqaan chaanaalichaa
@Kennaapost jedhamaa!!


Gorsa Akkaan bareedu
Maaliif dagattee teessaa
Daddafii tii saammadhu
Bor gaafatamuuf teessaa

Qabeenya horachuunis
Gaaffii sitteddummeessaa
Yoo kayiriidhaan hirmaatte
Ragaa ta'ee sibaasaa

Kayirii barree barsiisuuf
Hammachuun si leenjisaa
Filannoo keessan hundaa
Chanali @Kennaapost taasisaa!!
Yaada keessan gaggaarii
Asiin Nuqaqqabsiisaa

👇👇👇👇👇👇👇
@Kenase_bot



@Kennaapost @Kennaapost
T.me/Kennaapost
2024/09/27 15:30:20
Back to Top
HTML Embed Code: