Telegram Web Link
Watch "๐Ÿ›‘SEENAA_INTALA_ISLAMAWUN_FATTANAMTE" on YouTube
https://youtu.be/1b7XoyN6MO0
โ“Baga gammaddan hordoftoota chanali @AbduljalilRedwan barumsa fi gaaffile adda addaa irratti hojjechuudhaf qophiilee hunda xumurre waan jirruu akka irrattii hirmattan kabajan isin gaafanna jzk
ใ€‹Isinis dirqama kheeysan bahadha chanali khana SHAREgodhudhan nu gargaara jzk
ใ€‹Wantoonni asirratti isinif khannamu :- Gaaffile , Seenale adda addaa SEMORE....
โœ Namonni yaada fi gaaffi qabdan yoo jiraate ๐Ÿ‘‰ @Abdulj14 ๐Ÿ‘ˆ Nu qunnamu dandeeysan.
Asalamu aleykum worahmatullah wobarakatuh


Nagaa akkam jirtan hordoftoota channeli keenyaa channeli keessan kaan tahee muslim dawah and education
Qophii gaafii fi deebii torbaan irraa guyyaa tokkoo galgalaa jumaataa ykn kamisaa galgalaa issinif dhiyeesaa jiraachuun kenyaa ni yaadaatamaa.

qophiin marsaa 4ffaan kun galgalaa har'aa sa'a 3:00 irraatti waan qophaahuuf akkaa irraatti hirmataan issin afeeraa.

๐ŸŽ๐ŸŽBadhaasnis๐ŸŽ๐ŸŽ

โ“ตffa baheef/baateef MG 310
โ“ถffa baheef/baateef MG 200
โ“ทffa baheef/baateef MG 110



๐ŸชงSeerota sagantichaa irra muraasni


โ˜‘๏ธYeroo deebi deebistan Maqaa hanga Abbaa baarreesitanii ergu qabdauu.

โ˜‘๏ธYeroo nuuf ergitan kanaan
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@AbdiiBiyyaa
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
nu eergituu.

โ˜‘๏ธBaay'inni gaafis kudhaan 10 fi bonasi waalin dha.

โ˜‘๏ธGaafiin barnotaa Chanaali irratti dabarfame irraa bahuu. Fkn kan akka seena Sahaabotaa,Waahee Quraanaan wal qabaatu fi haddisotaa garagaraa fa'a irra bahuu.

๐Ÿ”˜Hubachiisa๐Ÿ”˜ Dorgommi kana irratti namni kamuu hirmaachu ni danda'aa.


โ™ป๏ธHiriyyoota keessan chanala kana kessaa hin jiree affeera inshaa allah





Yaadaa yoo qabatan Asiinnu qunamaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@AbdiiBiyyaa
=====================
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†


Channeli kanaa irraatti qofaa gaad lakkifama irraatti hirmaadhaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Muslim dawah and education .
โฌ‡๏ธ
๐Ÿ‘‰ Share and join
โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ
=====================
https://www.tg-me.com/joinchat-uPsHfzneSPQyYzM0
====================
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
๐ŸŒนYeroon Gafiif kenname ๐ŸŒน
๐ŸŒน1:00 qofaa ๐ŸŒน
1. Sahaabota ergamaa Rabbii (Salla Allaahu Aleeyhi wasallam) keeysaa kan amanamaa jedhamee ragaan bahameef eenyuu
A, Umar(R.A) B, Usmaan(R.A)
C, Abaa Ubeeydaa D, Aliyyi
2. Guyyaan jumu'aa maaliin beekamaa?
A, Guyyaa qiyaamaan itti dhaabbattu
B, Wal geettii muslimoota torbanii
C, lamaanuu

3. Qur'aanni yeroo hangamii keeysatti ergamaa keenya irratti bu'ee dhumee?
A, Waggaa 20 B, Waggaa 18
C, Waggaa 63 D, Waggaa 23
4. Suuraalee(moggaasaalee) Qur'aanaa keessaa suuraa kamtu maqaa dubartiitiin mogga'e?
A, Al koowstar B, Al Maryam
C, Al Maa'uun D, Hunda
5. Sahaabtichi beekamaan Bilaal ilmi Rabaah magaalaa kam keessatti du'ee?
A, Madiinaa B, Damaaskas
C, Makkaa D, Jerusaalem
6. Akka lakkoofsa islaamaatti(calendar) jiini jalqabaa fii dhumaa tartiibaan kamii fi kami
A, Ramadaana fi Shawwaal
B, Muharram fi Zul-hijjaa
C, Zul-hijjaa fi Muharram
D, Zul-hijjaa fi Zul-Quidaa
7. Attahiyyaatni gidduu?
A, Arkaana salaataati B, Waajibaata
C, Jaalatamtuudha D, Sunnaadha
8. Yeroo bishaan dhabame tooftaan wudu'a bakka bu'u maal jedhamaa?
A, Tayammuma B, Istabraa
C, Istanjaa D, Waduu'a
9. Ulaagaan hojiin tokko qeebalamuu(namarraa fuudhamuu)
A. Bareechuu fi qulqullinaan hojjechuu
B, Karaa sunnaa qunnamee qofaan hojjetamuu
C, Ajaja Rabbii guutuuf hojjechuu
D, Qalbiinis jaalatanii hojjechuu
E, Hunda
10, Gosoota Towhiidaa keessaa kan hojii keenyaan Rabbi tokkichoomsinu maal jedhama?
A, Rubuubiyyaa B, Uluuhiyyaa
C, Asmaa'u wa-ssifaat D, Hunda

๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒนBonus๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
1, Namoota torban guyyaa qiyaamaa gaaddisa #arshii jala taa'an barreessi
2, Dubartoota lama kanneen haadha-manaa ergamtootaa Rabbii tahanii garuu jahannam seenan haadha manaa eenyuutii fi eenyuutii?

#Wasiyyaa
Gaaffiiwwan kanneen irratti yaadaa fi sirreeffama yoo qabaattan karaa keessaatiin nubiraan gahaa!!!


Deebii Keessan asirraan deebisa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@AbdiiBiyyaa
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†

Qopheessaan
โœ Abdul-Aziiz She Ahmedin

Channela muslim dawah and education
โฌ‡๏ธ

๐Ÿ‘‰ Share and join
โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ
=====================
https://www.tg-me.com/joinchat-uPsHfzneSPQyYzM0
====================
Forwarded from Guder dish
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota miseensota keenya

Telegram yeroo fayyadamtan chaanaalii akkamii barbaadduu?

Chaanalota babareedoo fi waan barbaaddan mara qabu isinif qabannee dhufnee jirra. Shakkii tokko malee join godhaa miseensa tahaa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Kunooti๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
#Seeqi Seequn Sunnaadha !!
ใ€‹Namichi 1 roobooti yommuu namni khijibu (Sobu) nama kabalu ๐Ÿ‘‹ bitee yaalidhaf fudhatee mana geeyse ..ilma isaatin...

Abbaa... hardha maal hojjechaa oolte?
Ilma... hiriyyoota ko waliinin qayyabachaa oole

๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹ roobootiin kaballaa itti cufe mucaatti
ilma... baqaa fiilmii ilaalan ture
abbaa... fiilmii akkamii
ilma... #Barbarlose

๐Ÿ‘‹ roobootiin kaballaa itti cufe mucaatti
Ilma... baqaa #Usmaan nin laala ture
abbaa... he he he ani umrii kee kanarra yoommuun ture waa'ee #Usman hin beeku...

๐Ÿ‘‹๐Ÿ‘‹ roobootiin kaballaa itti cufe abbaattis
Haadha... kt kt kt itti hin faradin ilmi khees sitti baheetuuma...

๐Ÿ‘‹ roobootiin kaballaa itti cufe haadhattis.

Khofolte maaf usta habibi #share godhi. Jzk

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 27 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
โ“Baga gammaddan hordoftoota chanali @AbduljalilRedwan barumsa fi gaaffile adda addaa irratti hojjechuudhaf qophiilee hunda xumurre waan jirruu akka irrattii hirmattan kabajan isin gaafanna jzk
ใ€‹Isinis dirqama kheeysan bahadha chanali khana SHAREgodhudhan nu gargaara jzk
ใ€‹Wantoonni asirratti isinif khannamu :- Gaaffile , Seenale adda addaa SEMORE....
โœ Namonni yaada fi gaaffi qabdan yoo jiraate ๐Ÿ‘‰ @Abdulj14 ๐Ÿ‘ˆ Nu qunnamu dandeeysan.
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 18 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
Forwarded from Guder dish
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota miseensota keenya

Telegram yeroo fayyadamtan chaanaalii akkamii barbaadduu?

Chaanalota babareedoo fi waan barbaaddan mara qabu isinif qabannee dhufnee jirra. Shakkii tokko malee join godhaa miseensa tahaa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Kunooti๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from Guder dish
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž
๐Ÿ’ž#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole๐Ÿ’ž
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž

#Asoosama gabaabaa
โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก
โœby Abdul-Aziz Ahmedin
โ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™ค

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
#Seeqiseeqatuunsadaqaadha
๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜

ู‚ุงู„ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ (ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‘ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…) ยซุงู„ุชุจุณู… ููŠ ูˆุฌู‡ ุฃุฎูŠูƒ ุตุฏู‚ุฉยป
Ergamaan Allaaha (saw) Akkana jedhan ยซFuula obboleessa keetiitti seeqatuun Sadaqaa dhaยป

ูˆุนู† ุฃูŽุจูŠ ุฐูŽุฑู‘ู ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ ู‚ุงู„: ู‚ูŽุงู„ูŽ ู„ูŠ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ยซู„ุง ุชูŽุญู’ู‚ูุฑูŽู†ู‘ูŽ ู…ูู†ูŽ ุงู„ู’ู…ูŽุนู’ุฑููˆูู ุดูŽูŠู’ุฆู‹ุงุŒ ูˆูŽู„ูŽูˆู’ ุฃูŽู†ู’ ุชูŽู„ู’ู‚ูŽู‰ ุฃุฎูŽุงูƒูŽ ุจูˆูŽุฌู’ู‡ู ุทูŽู„ููŠู‚ูยป. ุฑูˆุงู‡ ู…ุณู„ู….

Abbaa zarrii irraa odeeffamee (ra) ergamaan rabbii(saw)Akkana naan jedhan jedhe ยซToltuu irraa homa xiqqoollee hin tuffatin Osoo qunnamteelle obboleessa kee fuula diriiraadhaanยป

ุงู„ูˆุฌู‡ ุงู„ุทู„ูŠู‚: ู‡ูˆ ุงู„ู…ุชู‡ู„ู„ ุจุงู„ุจุดุฑ ูˆุงู„ุงุจุชุณุงู….
ู‚ุงู„ ุงู„ุดุงุนุฑ:
ุจูŽุดูŽุงุดูŽุฉู ูˆูŽุฌู’ู‡ู ุงู„ู…ูŽุฑู’ุกู ุฎูŽูŠู’ุฑูŒ ู…ูู†ูŽ ุงู„ู‚ูุฑูŽู‰
_ ููŽูƒูŽูŠู’ููŽ ุจูู…ูŽู†ู’ ูŠูู‚ู’ุฑููŠ ุงู„ู‚ูุฑูŽู‰ ูˆูŽู‡ููˆูŽ ูŠูŽุถู’ุญูŽูƒู

๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
๐ŸŒ™ Guyyan khun Guyya jimmata waan tahef Ummanni Muslima hundinu Akka...SEAMORE
As wr wb akkam jirtan jaallowwan khiiyya arraa chaanali ajaiba qabanne dhufne jirra ......
2024/09/27 19:27:57
Back to Top
HTML Embed Code: