Telegram Web Link
Forwarded from Guder dish
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž
๐Ÿ’ž#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole๐Ÿ’ž
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž

#Asoosama gabaabaa
โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก
โœby Abdul-Aziz Ahmedin
โ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™ค

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ“Baga gammaddan hordoftoota chanali @AbduljalilRedwan barumsa fi gaaffile adda addaa irratti hojjechuudhaf qophiilee hunda xumurre waan jirruu akka irrattii hirmattan kabajan isin gaafanna jzk
ใ€‹Isinis dirqama kheeysan bahadha chanali khana SHAREgodhudhan nu gargaara jzk
ใ€‹Wantoonni asirratti isinif khannamu :- Gaaffile , Seenale adda addaa SEMORE....
โœ Namonni yaada fi gaaffi qabdan yoo jiraate ๐Ÿ‘‰ @Abdulj14 ๐Ÿ‘ˆ Nu qunnamu dandeeysan.
"Aayata Kurnan Suuraa Kahf jalqabarratti arkaman namni Haffaze(qomatti qabate) Dajjaal irraa baraarame."
Nabi Muhammad๏ทบ
Muslim : 809

- Fitnaan(qormaanni) ulfaataan Masiihu-Dajjaal caale Duniyaarra hin jiru. Aayta kanniin Haffazaa Dajjaal irraa nagaya bahaa.

ู…ูŽู† ุญูŽููุธูŽ ุนูŽุดู’ุฑูŽ ุขูŠุงุชู ู…ูู† ุฃูˆู‘ูŽู„ู ุณููˆุฑูŽุฉู ุงู„ูƒูŽู‡ู’ูู ุนูุตูู…ูŽ ู…ูู†ูŽ ุงู„ุฏู‘ูŽุฌู‘ูŽุงู„ู.
ุงู„ุฑุงูˆูŠ : ุฃุจูˆ ุงู„ุฏุฑุฏุงุก.
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
As wr wb akkam jirtan jaallowwan khiiyya arraa chaanali ajaiba qabanne dhufne jirra ......
Forwarded from Guder dish
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž
๐Ÿ’ž#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole๐Ÿ’ž
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž

#Asoosama gabaabaa
โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก
โœby Abdul-Aziz Ahmedin
โ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™ค

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
#Imala_kaayyoo

Gaafa manaa baatu san
Tilmaamtee fuuldura kee
Abjuu hojiin dhugoomuuf
Qopheeffattee galaa kee
Nama taatee argamuuf
Jalqabdee adeemsa kee

Silas adeemsi hundi
Akka yaadan hin ta'u
Dafqaaf kutannoo malee
Imalli galma hin ga'u

Karaatti si mudata
Wanti yaada keen faallaa
Of duuba si deebisuuf
Siif qopheessuu sakaallaa

Yoos atimmoo nama ta'i
Nama kaayyoon adeemu
Nama bariif galgalas
Galma ga'uuf guungumu

Ati abdii sin kutachiisin
Sakaallaan karaa keessaa
Wareegamas kaffali
Waan sirraa eegamu aarsaa
Rabbii kee faana adeemi
Bakka yaadde ni geessaa!!!

Abdul-Aziz_Ahmeddiin
@kennaapost @kennaapost
โ“Baga gammaddan hordoftoota chanali @AbduljalilRedwan barumsa fi gaaffile adda addaa irratti hojjechuudhaf qophiilee hunda xumurre waan jirruu akka irrattii hirmattan kabajan isin gaafanna jzk
ใ€‹Isinis dirqama kheeysan bahadha chanali khana SHAREgodhudhan nu gargaara jzk
ใ€‹Wantoonni asirratti isinif khannamu :- Gaaffile , Seenale adda addaa SEMORE....
โœ Namonni yaada fi gaaffi qabdan yoo jiraate ๐Ÿ‘‰ @Abdulj14 ๐Ÿ‘ˆ Nu qunnamu dandeeysan.
Dalaga takka gaafa hojjettu akka namni sirra jaallattuf osoo hin tahin akka rabbin khee sirra jaallatutti hojjedhu sababni isaa jaalalti nama addunyumatti si fayyaddi tan rabbi kheeti ( S.W) addunyaafi aakhiyatti si fayyaddi akhii yaa ukhti.

Jechoota mimmidhagoo akkana arkachuf chanali kheenya JOIN gochuun nu gargaara jzk khewyran.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan

โœ Yaada fi gaaffi garagara yoo qabaattan asin๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡Nu qunnama.
@Abdulj14 jzk kheeyran
Please SHARE
Forwarded from โ™ก Abduljalil Redwan โ™ก (ร…bduljรกlil Hฤbรฌรฏbรฎ) via @toolkitbot
๐Ÿ˜Œ Sodatun homa miti ๐Ÿ˜ข Garuu sodatte yoo waa godhuu dhiifte sun rakkina guddadha ๐Ÿ™

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
"Lubbuu isaa xiqqeesuun Mu'mina irraa hin eeggamu. ("Akkamitti lubbuu isaa xiqqeesa?" jannaan) balaa furuu hin dandeenyeef if dhiheessa."
Nabi Muhammad๏ทบ
Tirmizii : 3354

- Jechaan ykn gochaan balaa irraa damdamatuu hin dandeenye hin seenin. Mu'minni waan godhu, waan godhuuf beeka.

ู„ุง ูŠู†ุจุบูŠ ู„ู„ู…ุคู…ู†ู ุฃู† ูŠูุฐูู„ู‘ูŽ ู†ูุณูŽู‡, ู‚ุงู„ูˆุง : ูˆูƒูŠู ูŠูุฐูู„ู‘ู ู†ูุณูŽู‡ ุŸ ! ู‚ุงู„ : ูŠุชุนุฑุถู ู…ู† ุงู„ุจู„ุงุกู ู„ู…ุง ู„ุง ูŠูุทููŠู‚ู.
ุงู„ุฑุงูˆูŠ : ุญุฐูŠูุฉ ุจู† ุงู„ูŠู…ุงู†.

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from Guder dish
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž
๐Ÿ’ž#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole๐Ÿ’ž
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž

#Asoosama gabaabaa
โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก
โœby Abdul-Aziz Ahmedin
โ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™ค

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐ŸŒ™ Guyyan khun Guyya jimmata waan tahef Ummanni Muslima hundinu Akka...SEAMORE
Forwarded from Guder dish
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota miseensota keenya

Telegram yeroo fayyadamtan chaanaalii akkamii barbaadduu?

Chaanalota babareedoo fi waan barbaaddan mara qabu isinif qabannee dhufnee jirra. Shakkii tokko malee join godhaa miseensa tahaa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Kunooti๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from MARKO Connect Business & Customer Brilliantly (Jรฎbrรฌรญฤผ Rรชdwรฃรขรฑ)
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu

Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota miseensota chaanaalii keenyaa akkam jirtu, har'a dhimma tokkoof isin rakkisuu barbaadee.

Obboloonni koo baay'een nannolee biyya keenyaa garagaraa irraa #maaloo rakkoon nageenyaa fii hoongeen nutti jajjabaachaa jirti jechaa jiru.

Maarree Obboloota koo , Obboloota kanneen waan dandeenyuun bira haa dhaabbannuu.

Hunda caalaa immoo mee daqiiqaa tokkoo fis tahu namni amma barreeffama kana dubbisaa jirtu harka kee Rabbii keetitti ol nuuf kaasi, Aamiin na wajjiin jedhi.

Yaa Allaah gabroottan kee rakkatanii jiru, buqqa'anii jiru, du'aa jiru, beela'aa jiru, dheebotaa jiru, gidirfamaa jiru, hidhamaa jiru,

Yaa Allaah na kadhadhaa isiniifan dhagaha jetteetta, waadaan keetis dhugaadha. Yaa Allaah gabroottan kee ija rahmataatiin nuuf laali, badii keenya ilaaltee nutti hin callisin yaa Allaah.

Yaa Rabbii nama siif jecha adda isaa lafaan xuqee siif sijuudu Ballarat nuuf tiksi

Aamiin Allaahumma Aamiin
@Kennaapost
2024/09/27 21:25:28
Back to Top
HTML Embed Code: