Telegram Web Link
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
Watch "walaloo ajaa'ibaa, akkaan bareeddu, obboleeysa keenya #Hamzaa, dhaggeeyfadhaa, share subscribe" on YouTube
https://youtu.be/pRwjUpnueDo
โ“Baga gammaddan hordoftoota chanali @AbduljalilRedwan barumsa fi gaaffile adda addaa irratti hojjechuudhaf qophiilee hunda xumurre waan jirruu akka irrattii hirmattan kabajan isin gaafanna jzk
ใ€‹Isinis dirqama kheeysan bahadha chanali khana SHAREgodhudhan nu gargaara jzk
ใ€‹Wantoonni asirratti isinif khannamu :- Gaaffile , Seenale adda addaa SEMORE....
โœ Namonni yaada fi gaaffi qabdan yoo jiraate ๐Ÿ‘‰ @Abdulj14 ๐Ÿ‘ˆ Nu qunnamu dandeeysan.
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
Watch "Islaamummaan maaliif dubartoota cunqursitii???? Deebbii ajaa'ibaa #Dr_Zaakir_Naik , daawwadhaa!!!" on YouTube
https://youtu.be/2NgXgCLoF_I
Forwarded from Guder dish
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž
๐Ÿ’ž#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole๐Ÿ’ž
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž

#Asoosama gabaabaa
โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก
โœby Abdul-Aziz Ahmedin
โ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™ค

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ“Baga gammaddan hordoftoota chanali @AbduljalilRedwan barumsa fi gaaffile adda addaa irratti hojjechuudhaf qophiilee hunda xumurre waan jirruu akka irrattii hirmattan kabajan isin gaafanna jzk
ใ€‹Isinis dirqama kheeysan bahadha chanali khana SHAREgodhudhan nu gargaara jzk
ใ€‹Wantoonni asirratti isinif khannamu :- Gaaffile , Seenale adda addaa SEMORE....
โœ Namonni yaada fi gaaffi qabdan yoo jiraate ๐Ÿ‘‰ @Abdulj14 ๐Ÿ‘ˆ Nu qunnamu dandeeysan.
"Aayata Kurnan Suuraa Kahf jalqabarratti arkaman namni Haffaze(qomatti qabate) Dajjaal irraa baraarame."
Nabi Muhammad๏ทบ
Muslim : 809

- Fitnaan(qormaanni) ulfaataan Masiihu-Dajjaal caale Duniyaarra hin jiru. Aayta kanniin Haffazaa Dajjaal irraa nagaya bahaa.

ู…ูŽู† ุญูŽููุธูŽ ุนูŽุดู’ุฑูŽ ุขูŠุงุชู ู…ูู† ุฃูˆู‘ูŽู„ู ุณููˆุฑูŽุฉู ุงู„ูƒูŽู‡ู’ูู ุนูุตูู…ูŽ ู…ูู†ูŽ ุงู„ุฏู‘ูŽุฌู‘ูŽุงู„ู.
ุงู„ุฑุงูˆูŠ : ุฃุจูˆ ุงู„ุฏุฑุฏุงุก.
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
As wr wb akkam jirtan jaallowwan khiiyya arraa chaanali ajaiba qabanne dhufne jirra ......
Forwarded from Guder dish
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž
๐Ÿ’ž#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole๐Ÿ’ž
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž

#Asoosama gabaabaa
โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก
โœby Abdul-Aziz Ahmedin
โ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™ค

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
#Imala_kaayyoo

Gaafa manaa baatu san
Tilmaamtee fuuldura kee
Abjuu hojiin dhugoomuuf
Qopheeffattee galaa kee
Nama taatee argamuuf
Jalqabdee adeemsa kee

Silas adeemsi hundi
Akka yaadan hin ta'u
Dafqaaf kutannoo malee
Imalli galma hin ga'u

Karaatti si mudata
Wanti yaada keen faallaa
Of duuba si deebisuuf
Siif qopheessuu sakaallaa

Yoos atimmoo nama ta'i
Nama kaayyoon adeemu
Nama bariif galgalas
Galma ga'uuf guungumu

Ati abdii sin kutachiisin
Sakaallaan karaa keessaa
Wareegamas kaffali
Waan sirraa eegamu aarsaa
Rabbii kee faana adeemi
Bakka yaadde ni geessaa!!!

Abdul-Aziz_Ahmeddiin
@kennaapost @kennaapost
โ“Baga gammaddan hordoftoota chanali @AbduljalilRedwan barumsa fi gaaffile adda addaa irratti hojjechuudhaf qophiilee hunda xumurre waan jirruu akka irrattii hirmattan kabajan isin gaafanna jzk
ใ€‹Isinis dirqama kheeysan bahadha chanali khana SHAREgodhudhan nu gargaara jzk
ใ€‹Wantoonni asirratti isinif khannamu :- Gaaffile , Seenale adda addaa SEMORE....
โœ Namonni yaada fi gaaffi qabdan yoo jiraate ๐Ÿ‘‰ @Abdulj14 ๐Ÿ‘ˆ Nu qunnamu dandeeysan.
Dalaga takka gaafa hojjettu akka namni sirra jaallattuf osoo hin tahin akka rabbin khee sirra jaallatutti hojjedhu sababni isaa jaalalti nama addunyumatti si fayyaddi tan rabbi kheeti ( S.W) addunyaafi aakhiyatti si fayyaddi akhii yaa ukhti.

Jechoota mimmidhagoo akkana arkachuf chanali kheenya JOIN gochuun nu gargaara jzk khewyran.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan

โœ Yaada fi gaaffi garagara yoo qabaattan asin๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡Nu qunnama.
@Abdulj14 jzk kheeyran
Please SHARE
Forwarded from โ™ก Abduljalil Redwan โ™ก (ร…bduljรกlil Hฤbรฌรฏbรฎ) via @toolkitbot
๐Ÿ˜Œ Sodatun homa miti ๐Ÿ˜ข Garuu sodatte yoo waa godhuu dhiifte sun rakkina guddadha ๐Ÿ™

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
"Lubbuu isaa xiqqeesuun Mu'mina irraa hin eeggamu. ("Akkamitti lubbuu isaa xiqqeesa?" jannaan) balaa furuu hin dandeenyeef if dhiheessa."
Nabi Muhammad๏ทบ
Tirmizii : 3354

- Jechaan ykn gochaan balaa irraa damdamatuu hin dandeenye hin seenin. Mu'minni waan godhu, waan godhuuf beeka.

ู„ุง ูŠู†ุจุบูŠ ู„ู„ู…ุคู…ู†ู ุฃู† ูŠูุฐูู„ู‘ูŽ ู†ูุณูŽู‡, ู‚ุงู„ูˆุง : ูˆูƒูŠู ูŠูุฐูู„ู‘ู ู†ูุณูŽู‡ ุŸ ! ู‚ุงู„ : ูŠุชุนุฑุถู ู…ู† ุงู„ุจู„ุงุกู ู„ู…ุง ู„ุง ูŠูุทููŠู‚ู.
ุงู„ุฑุงูˆูŠ : ุญุฐูŠูุฉ ุจู† ุงู„ูŠู…ุงู†.

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
2024/10/01 22:33:20
Back to Top
HTML Embed Code: