Telegram Web Link
Forwarded from Kena
Forwarded from Kena
Forwarded from MARKO Connect Business & Customer Brilliantly (Jîbrìíļ Rêdwãâñ)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Mustariya (Qamaro Saudi) koflaan nu fixxe guutuu isaa linkii 👉 https://youtu.be/DI7BsvW7Nas tuquun daawwadhaa
Forwarded from Kena
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Jîbrìíļ Rêdwãâñ)
Alhamdulillah 900+ geenye guyyaa 5 tti #1k seenuu qabna obbaleewwan kiyya namuu #Subscribe godhuun akkasuma #share godhuun #ChallengeAccepted kana na gargaaraa..
https://youtube.com/channel/UC2KuKTe7pfIXQyba_-3yARQ
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî)
#𝑺𝒂𝒎𝒎𝒖𝒖....?
👉Ati Abba feete caalta. Garuu namni biraa maalin akka si caale ni beeyta? Sammuu isaa itti fayyaduu qofaan si caale. Garuu atis yoo sammu tee itti fayyadamte akka abbaa feete caaltu itti amani hbb ukhti.
🤜 Rabbiin warra sammu isaatti fayyadame bakka gudda gahuu nu haa taasisu...🤲👇👇👇
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtube.com/channel/UCEP1CQsDo_4TUJspM0l5tiA
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî)
#NIN_DANDAHA........
🙏Please, Yoomiyyu taanan,😔 Bakka fedheetti, Yeroo fedheetti jechaa #HIN_DANDA'U😓 je'u khana hin fayyadamin #SABABNI isaa akka ati nama gad taatu Khan si godhu jiruu jecha Khana waan tahee. Yoo bakka yaadde San gahuu barbaadde jechaa sun #NIN_DANDAHAAN bakka buufadhu. #Khalaas. 👇👇👇👇
https://youtube.com/channel/UCEP1CQsDo_4TUJspM0l5tiA
#Abduljalil_Redwan

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî)
#𝐉𝐮𝐦𝐦𝐚_Jamiìl...
☾︎ Guyyaan arra khun guyyoota torbaani kheeysa gyya addaati hawaasa 𝑴𝒖𝒔𝒍𝒊𝒎𝒂 biratti. ⍟ Guyyaan khunis guyyaa 👳‍♀️ #𝑱𝒖𝒎𝒎𝒂𝒂𝒕𝒊. 𝓡𝓪𝓼𝓾𝓾𝓵𝓵𝓲 kheenya ( S.A.W) dhaamsa nuuf dhaamani jiran. Guyya khana kheeysa akka #𝙎𝙖𝙡𝙖𝙬𝙖𝙖t𝙖 isarratti buusu heddummeeysinu fi akka 🤲#𝐃𝐮'𝐚𝐚'𝐢𝐢 gorannu.

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî)
#Oduu_gammachiftu.....
Gaazzexeeysituu beekkamtuu Faransaay Kan taate #Marine
Al-heymar gara Amantii Isii tan dhalootaa, gara
#Islaamummaa tti deebitee jirti. #Marine dubartii Miidiyaa
hawaasaa irra tti dhiibbaa uumuun beekkamtu Yoo taatu
Shahaadaa qabattee, sirna #Umraa raawwachuu gara
Instagram isiitiin beeysistee jirti. Maasha Allah!

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî)
Forwarded from ♡ Abduljalil Redwan ♡ (Åbduljálil Hābìïbî)
#𝙉𝙖𝙢𝙣𝙞_𝘼𝙠𝙠𝙖_𝙎𝙞_𝙅𝙖𝙖𝙡𝙡𝙖𝙩𝙪....
😍 Namni akka si jaallatu.🙊Akka si khabaju akkasuma akka si 🤝dhihaatu yoo barbaadde ati jalqaba #Amala khee tolfadhu. #Nama_jaalladhu. #Khalas

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
2024/09/27 04:19:46
Back to Top
HTML Embed Code: