Telegram Web Link
Forwarded from Deleted Account
As wr wb akkam jirtan hordoftonni chanali @AbduljalilRedwan salaammanni rabbi bakka jirtanitti isin ha dhaqaabu. Akkuma asin dura chanali khanarratii seenale fi da'awale garagara isin biraan gaha jirutti dhiyoo tana rakkina wahitin isinirra hafeetin ture insha allah ammas takka lama ja'e eegaletin jira chanali khiyya khanas walif #Share godha wal biraan gaha jzk. Garuu waa xiqqo dhamsa tokkon qaba Gama #YOUTUBE tinis dhufne jirra seenale fi motivation garagara irratti hojjanne jirra insha allah chanali kheenyas #Subscribe godhun na cina dhaabba jzk linki isaa khana xuquun laala.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://www.youtube.com/channel/UC2KuKTe7pfIXQyba_-3yARQ
Jzk
Forwarded from Deleted Account
As wr wb ๐Ÿ˜“seena akkan gara nama raaftu waa'e saahibatirra๐Ÿ˜ข mee sahiba akkam qabda kheeysatti of laali guutuu sa arkachuf Seamore...
Forwarded from Guder dish
Assalaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Chaanaalii babbareedaa kanneen join godhaa!!!๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โค๏ธโค๏ธโ˜‚โ˜‚
Ilma nama gammachisuf jatte hin cinqamin gaafa ati duniyarra deemte si gana waan tahef. Ati  rabbii khee gammachisuf hojjadhu malee ilma nama irra hin khayyatin akhi ukhti.

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from โ™ก Abduljalil Redwan โ™ก (ร…bduljรกlil Hฤbรฌรฏbรฎ) via @toolkitbot
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa)
#Imala_kaayyoo

Gaafa manaa baatu san
Tilmaamtee fuuldura kee
Abjuu hojiin dhugoomuuf
Qopheeffattee galaa kee
Nama taatee argamuuf
Jalqabdee adeemsa kee

Silas adeemsi hundi
Akka yaadan hin ta'u
Dafqaaf kutannoo malee
Imalli galma hin ga'u

Karaatti si mudata
Wanti yaada keen faallaa
Of duuba si deebisuuf
Siif qopheessuu sakaallaa

Yoos atimmoo nama ta'i
Nama kaayyoon adeemu
Nama bariif galgalas
Galma ga'uuf guungumu

Ati abdii sin kutachiisin
Sakaallaan karaa keessaa
Wareegamas kaffali
Waan sirraa eegamu aarsaa
Rabbii kee faana adeemi
Bakka yaadde ni geessaa!!!

Abdul-Aziz_Ahmeddiin
@kennaapost @kennaapost
Forwarded from Kena
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota miseensota keenya!!!

Gaaffii kanaan gadii namoota dafanii deebisaa isaa barreesaaniif badhaasa qopheessinee jirra

GAAFFII

Akka lakkoofsa(Callander) islaamaatti jiini Ramadaanaa ji'a meeqaffaadhaa???

Forwarded from ๐ŸŒนhope promition๐ŸŒน
Nama meeqatu nabiyyi kheenya (S.A.W) jaallatta. Sallu ala nabii....
Nama meeqatu nabiyyi kheenya (S.A.W) jaallatta. Sallu ala nabii....
2024/09/27 13:18:35
Back to Top
HTML Embed Code: