Telegram Web Link
Forwarded from Guder dish
Assalamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota miseensota keenya

Telegram yeroo fayyadamtan chaanaalii akkamii barbaadduu?

Chaanalota babareedoo fi waan barbaaddan mara qabu isinif qabannee dhufnee jirra. Shakkii tokko malee join godhaa miseensa tahaa๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™

Kunooti๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from Guder dish
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž
๐Ÿ’ž#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole๐Ÿ’ž
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž

#Asoosama gabaabaa
โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก
โœby Abdul-Aziz Ahmedin
โ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™ค

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
#Seeqiseeqatuunsadaqaadha
๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜

ู‚ุงู„ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ (ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‘ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…) ยซุงู„ุชุจุณู… ููŠ ูˆุฌู‡ ุฃุฎูŠูƒ ุตุฏู‚ุฉยป
Ergamaan Allaaha (saw) Akkana jedhan ยซFuula obboleessa keetiitti seeqatuun Sadaqaa dhaยป

ูˆุนู† ุฃูŽุจูŠ ุฐูŽุฑู‘ู ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ ู‚ุงู„: ู‚ูŽุงู„ูŽ ู„ูŠ ุฑุณูˆู„ ุงู„ู„ู‡ ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ยซู„ุง ุชูŽุญู’ู‚ูุฑูŽู†ู‘ูŽ ู…ูู†ูŽ ุงู„ู’ู…ูŽุนู’ุฑููˆูู ุดูŽูŠู’ุฆู‹ุงุŒ ูˆูŽู„ูŽูˆู’ ุฃูŽู†ู’ ุชูŽู„ู’ู‚ูŽู‰ ุฃุฎูŽุงูƒูŽ ุจูˆูŽุฌู’ู‡ู ุทูŽู„ููŠู‚ูยป. ุฑูˆุงู‡ ู…ุณู„ู….

Abbaa zarrii irraa odeeffamee (ra) ergamaan rabbii(saw)Akkana naan jedhan jedhe ยซToltuu irraa homa xiqqoollee hin tuffatin Osoo qunnamteelle obboleessa kee fuula diriiraadhaanยป

ุงู„ูˆุฌู‡ ุงู„ุทู„ูŠู‚: ู‡ูˆ ุงู„ู…ุชู‡ู„ู„ ุจุงู„ุจุดุฑ ูˆุงู„ุงุจุชุณุงู….
ู‚ุงู„ ุงู„ุดุงุนุฑ:
ุจูŽุดูŽุงุดูŽุฉู ูˆูŽุฌู’ู‡ู ุงู„ู…ูŽุฑู’ุกู ุฎูŽูŠู’ุฑูŒ ู…ูู†ูŽ ุงู„ู‚ูุฑูŽู‰
_ ููŽูƒูŽูŠู’ููŽ ุจูู…ูŽู†ู’ ูŠูู‚ู’ุฑููŠ ุงู„ู‚ูุฑูŽู‰ ูˆูŽู‡ููˆูŽ ูŠูŽุถู’ุญูŽูƒู

๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
๐ŸŒ™ Guyyan khun Guyya jimmata waan tahef Ummanni Muslima hundinu Akka...SEAMORE
As wr wb akkam jirtan jaallowwan khiiyya arraa chaanali ajaiba qabanne dhufne jirra ......
The account of the user that owns this channel has been inactive for the last 5 months. If it remains inactive in the next 8 days, that account will self-destruct and this channel may no longer have an owner.
Forwarded from โ™ก Abduljalil Redwan โ™ก (ร…bduljรกlil Hฤbรฌรฏbรฎ) via @toolkitbot
As wr wb akkam jirtan hordoftonni @AbduljalilRedwan akkuma asin dura ballama gaaffiile adda addaatif ballama isinif seennetti arra fedhi rabbiti gaafi waa'e #Siira Nabiyyi Kheenya ๏ทบ isinif qabadheetin dhufee jira. Irratti hirmadha walhirmaachisa jzk.

G1) Faaxumaan intalli Rasuulaa ๏ทบ umrii meeqatti heerumtee?

๐Ÿ”ต Ganna digdami shan (25)
๐Ÿ”ด Ganna kudha saddetitti (18)
โšช๏ธ Ganna khudhan (10)

ใ€‹Arraf takkittuma taana yaala namni itti nuuf naan jechu barbaaddan ykn yaada naaf qabdan @Abdulj14 Naqunnamu ni dandeeysan jzk
Forwarded from โ™ก Abduljalil Redwan โ™ก (ร…bduljรกlil Hฤbรฌรฏbรฎ)
Jaalalle khoo yaa amiinul musxafa
Guute si uume rabbin khalqii cufaa
Siini goollabate wahyiiisa cufa
Nagaya fi rahmanni khan aalama cufa
Sirratti haa bu'uu habiibi kho musxafa (ร—2)

Namoota sin beeyne waan fedhe dubbata
Fidaaka abii waummii yaa rasuulalla
Fidaaka ruuhi wadamii yaa habiballa
Wallahi yaa nabii wallahi yaa rasuul
Nu shakki takka dhaba nu siif wareegamna (ร—2)

( Sallu Ala nabii โคโค ) ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… โคโค

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
https://www.tg-me.com/AbduljalilRedwan
Forwarded from โ™ก Abduljalil Redwan โ™ก (ร…bduljรกlil Hฤbรฌรฏbรฎ)
Jaalalle khoo yaa amiinul musxafa
Guute si uume rabbin khalqii cufaa
Siini goollabate wahyiiisa cufa
Nagaya fi rahmanni khan aalama cufa
Sirratti haa bu'uu habiibi kho musxafa (ร—2)

Namoota sin beeyne waan fedhe dubbata
Fidaaka abii waummii yaa rasuulalla
Fidaaka ruuhi wadamii yaa habiballa
Wallahi yaa nabii wallahi yaa rasuul
Nu shakki takka dhaba nu siif wareegamna (ร—2)

( Sallu Ala nabii โคโค ) ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… โคโค

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
https://www.tg-me.com/AbduljalilRedwan
Forwarded from โ™ก Abduljalil Redwan โ™ก (ร…bduljรกlil Hฤbรฌรฏbรฎ)
As wr wb arras khuno dalaga harayan dhufne jirra!! Guyya murasa booda khan isin biraan geenyu taha insha allah. New Nashed #ERGAMA_RAHMATA by AL-MIFTAH DAWAA GROUP #SUBCRIBE. https://youtube.com/channel/UCiyL3LkykBMRU3venSfNIBA jzk kheeyran ๐Ÿ™ SHARE ๐Ÿ™

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from โ™ก Abduljalil Redwan โ™ก (ร…bduljรกlil Hฤbรฌรฏbรฎ) via @toolkitbot
๐Ÿ™„Nama carraa qabu galaanatti yoo darbitew
qurxummii afaanitti qabatee baha.๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช
#Jechoota_hayyoota


๐Ÿ™ @AbduljalilRedwan ๐Ÿ™
๐Ÿ™ @AbduljalilRedwan ๐Ÿ™
๐Ÿ™ @AbduljalilRedwan ๐Ÿ™
โ“Baga gammaddan hordoftoota chanali @AbduljalilRedwan barumsa fi gaaffile adda addaa irratti hojjechuudhaf qophiilee hunda xumurre waan jirruu akka irrattii hirmattan kabajan isin gaafanna jzk
ใ€‹Isinis dirqama kheeysan bahadha chanali khana SHAREgodhudhan nu gargaara jzk
ใ€‹Wantoonni asirratti isinif khannamu :- Gaaffile , Seenale adda addaa SEMORE....
โœ Namonni yaada fi gaaffi qabdan yoo jiraate ๐Ÿ‘‰ @Abdulj14 ๐Ÿ‘ˆ Nu qunnamu dandeeysan.
Forwarded from โ™ก Abduljalil Redwan โ™ก (ร…bduljรกlil Hฤbรฌรฏbรฎ) via @toolkitbot
Dhukkuba dargaggummaan qabduuf; fuudhatu/heerumatu dawaadha !
Waan ofii jaalate isinitti haa qabu Rabbi !!

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
2024/10/01 22:41:28
Back to Top
HTML Embed Code: