Telegram Web Link
Forwarded from Guder dish
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž
๐Ÿ’ž#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole๐Ÿ’ž
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž

#Asoosama gabaabaa
โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก
โœby Abdul-Aziz Ahmedin
โ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™ค

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from AL-MIFTAH DAWAA GROUP :-๐Ÿ‘‰Official (Abdul-Ibnul-Ghazi)
โ”โ”โ”โ”โ–ฃโ”โ”โ—คโ—ขโ”โ”โ–ฃโ”โ”โ”โ”โ”
๐ŸŽค Chanalin khun chanali akkan barsiiso fi dinqisiiso taheedha. Wantoonni inni nuuf dhiheessu :- Nashida harawa, Walaloole adda addaa akkasuma Nashidale cover, tahe san qofa miti Gorsaa gaggababo barsiiso fi dinqisiisoSEAMORE....

โ•”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ•—
๐ŸŽค ABDULJELIL REDWAN
โ•šโ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ•

Kunooti Join Godhaa Itti dabalamaa
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆ
โ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆ
โ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆ
โ”โ”โ”โ”โ–ฃโ”โ”โ—คโ—ขโ”โ”โ–ฃโ”โ”โ”โ”โ”

โ”€โ•”โ•—โ•”โ•โ•—โ•”โ•โ•โ•—โ•”โ•โ•ฆโ•—
โ”€โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•šโ•‘โ•‘โ•โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘
โ•”โ•ฃโ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•”โ•‘โ•‘โ•—โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘
โ•šโ•โ•โ•šโ•โ•โ•šโ•โ•โ•โ•šโ•ฉโ•โ•
โ”โ”โ”โ”โ–ฃโ”โ”โ—คโ—ขโ”โ”โ–ฃโ”โ”โ”โ”โ”
Forwarded from โ™ก Abduljalil Redwan โ™ก (Abduljalil Redwan)
๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช OF EEGGADHU ๐Ÿ•ฅ๐Ÿ’ช

โœ Yaaddan kee eeggadhu.....Waan jechoota ta'aniif.
โœ’ Jechoota kee eeggadhu....Waan gochoota ta'aniif.
โœ Gochoota kee eeggadhu.....waan aadaa kee ta'aniif.
โœ’ Aadaawwan kee eeggadhu....Waan amala kee ta'aniif.
โœ Amaloota kee eeggadhu.....Waan carraa kee kan jireenya ta'aniif.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘ŽJOIN๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan

๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘JZK โ˜โ˜โ˜โ˜
Forwarded from โ™ก Abduljalil Redwan โ™ก (ร…bduljรกlil Hฤbรฌรฏbรฎ)
#Gorsa_JIREENYAA

โ™ก Gonkumaa ofii kee nama kamiinuu garmalee akka itti maxxantu hin hayyamiin yoo isaanis akkasuma sitti dhaga'amu malee, sababni isaas gama tokkoon eeguun sammuudhaan si balleessuu danda'a.

โ™ก Rakkoon yeroo hunda warra kaan dursa kennuu irratti qabu ati lammaffaa dhuftu barsiisaa jirta.

โ™ก Osoo hin fayyiin dura of gaafadhu .... waan si dhukkubsate sana dhiisuuf fedhii qabdaa?

โ™ก JIREENYA KEE KEESSATTI GOSA NAMAA 3 HIN DAGATINAA.

1. Yeroo rakkisaa keessa kan si gargaare eenyu
2. Yeroo rakkisaa keessa kan si dhiisee deeme
3. Kan yeroo rakkisaa keessa si galche
#Share #Join

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from โ™ก Abduljalil Redwan โ™ก (ร…bduljรกlil Hฤbรฌรฏbรฎ) via @toolkitbot
โค๏ธŽ ๐‘น๐’‚๐’ƒ๐’ƒ๐’Š๐’Š๐’ ๐’‹๐’‚๐’‚๐’๐’‚๐’๐’‚ ๐’”๐’‚๐’‚ ๐’๐’–๐’–๐’‡ ๐’‰๐’‚๐’‚ ๐’Œ๐’‰๐’‚๐’๐’–๐’–.....

@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
@AbduljalilRedwan
Forwarded from Guder dish
Assalaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Chaanaalii babbareedaa kanneen join godhaa!!!๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โค๏ธโค๏ธโ˜‚โ˜‚
Forwarded from โ™ก Abduljalil Redwan โ™ก (ร…bduljรกlil Hฤbรฌรฏbรฎ)
Daawwadhaa Share Subscribe Godhaaโค๏ธ

https://youtu.be/uAhnQpKr1VQ
Forwarded from Guder dish
Assalaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Chaanaalii babbareedaa kanneen join godhaa!!!๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โค๏ธโค๏ธโ˜‚โ˜‚
Forwarded from Guder dish
Assalaamu Aleeykum warahmatullaahi wabarakaatuhu
Chaanaalii babbareedaa kanneen join godhaa!!!๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โ˜‚โค๏ธโค๏ธโ˜‚โ˜‚
Forwarded from Guder dish
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž
๐Ÿ’ž#Biqiltuu_Kunuunsi_Tole๐Ÿ’ž
๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž

#Asoosama gabaabaa
โ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™กโ™ก
โœby Abdul-Aziz Ahmedin
โ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™คโ™ค

@kennaapost @kennaapost

Caaltuun dhalootaan godina wallaggaa bahaa magaalaa naqamteet. Maatiin ishee ilma dhiiraa waan hin qabneef Caaltuun akka ilma hangafaatti ilaalamti malee akka intalaattii miti. Caaltuun barnoota ammayyaa fi amantii islaamaatiinis akkaan cimtuu fi jabduu namaati. Bilchina sammuu kanas haadhaa fi abbaa ishee irraa waan dhaalte fakkaatti. Qormaanni dargaggummaa fi haalli jireenyaa, akkasumas dubartummaan gonkumaa ishee hin gufachiifne. Qaruuxummaa isii kanaaf abbaa fi haati ishee gahee leencaa taphatu.....
Guutuu asoosama kanaa dubbisuuf linkii armaan gadii kana xuqi๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from Kena
Forwarded from Kena
An Nama kana baay'een jaaladha mee Namni Sh/Amiin Ibroo jaalattan qofti โค๏ธ tuqaa
Kan haalli isaanii itti hin tolle immoo ๐Ÿ‘Ž tuqaa mee
2024/09/27 11:19:53
Back to Top
HTML Embed Code: