ABDII SABAA
Waldorgommii Asbeks – Qarshii 10,000 haala salphaan injifadhaa! Asbeks badhaasa garaa garaa kennuun hojjettoota isaa jajjabeessa. Amma immoo, nama marsaa kana tokkoffaa ta’eef qarshii 10,000 badhaasa! Marsaan kun adda – ulaagaa tokko malee, namni 1ffaa…
Harra kaatanii injifachuu ni dandeessu! April 17tti injifataa qarshii 10,000 ta’aa.

Asbeks badhaasa garaa garaa kennuun hojjettoota isaa jajjabeessa. Amma immoo, nama marsaa kana tokkoffaa ta’eef qarshii 10,000 badhaasa!

Marsaan kun adda – ulaagaa tokko malee, namni 1ffaa ba’e ni injifata. Namoonni Sadarkaa 2 haga 50ffaa akkuma duraatti qarshii isaanii baafachuu danda’u. Sagantichi April 17 goolabama sababa ta’eef ammallee carraan injifachuu keessanii ballaadha!

Ergaa injifataa marsaa darbee! 🫴 https://www.tg-me.com/ABDII_SABAA/18032

Injifachuuf 1ffaa ta’uu qofa gaafata!


Eegalaa – Asbeks kuufachaa Qarshii 10,000 mo’adhaa!

Eegaluuf @asbeksplatform hordofaa!


Akkaataa itti eegalan

@asbeksplatform seenuun maxxansa jalaa hidha Start Now jedhu cuqaasuun Asbeks eegaltu. Akka Asbeks keessan isiniif banee bakka “Earn Asbeks” jedhu tuqxu sanbooda wanta isiniif dhufu cuqaastu! Sanbooda Asbeks keessanitti deebitu.

Bifa kanaan erga Asbeks walitti qabattanii Claim ka jedhu tuquun Asbeks kuufattan galmeeffattu.

Sadarkaan keessan hamma Asbeks qabdaniin osoo hin taane amma isin “Earn Asbeks” click gootaniin “Reward Clicks” keessaniin isiniif kaawwama!

CARRAA GAARII!

Asbeks Waliin Fuulduratti!


SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA
@ABDII_SABAA 📡
#EID

Ji’i shawaalaa sakattaa’amaa kan jirtu yommuu ta’u , jiiti mullannaan ayyaanni guyyaa boruu ta’a!

Haramayn gama isaatiin sakatta’iinsa irra jiraachuu beeksiseera.

Kan isin beeksinu ta’a.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA
@ABDII_SABAA 📡
ABDII SABAA
#EID Ji’i shawaalaa sakattaa’amaa kan jirtu yommuu ta’u , jiiti mullannaan ayyaanni guyyaa boruu ta’a! Haramayn gama isaatiin sakatta’iinsa irra jiraachuu beeksiseera. Kan isin beeksinu ta’a. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA…
Idd Al Faxiriin guyyaa boruu sanbata guddaa kabajama.

Id Al-Fixrii kan bara 1446 ALH/2025 guyyaa boruu kabajama.

Miidiyaa Abdii Sabaa Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaan baga Ayyaana Iid Alfaxir kan bara 1446ffaa nagaan isin gahe jechaa ayyaanni kun kan Nagaa,kan Jaalalaa fi kan Barakaa akka isiniif tahu hawwa.

IID MUBAARAK!

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA
@ABDII_SABAA 📡
Sagantaan EBS “Addis Mi’iraaf “ Tamsaasarraa Dhorkamee Akka Turu Murtaa’e

Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa Sagantaan EBS “Addis Mi’iraaf “ tamsaasarraa dhorkamee akka turu murteessera.

Abbaan Taayitichaa Sagantaa Dilbata Bitootessa 14, 2017 tamsa’ee turee labsii miidiyaa fi seera dambichaan gamaaggamuun tarkaanffii bulchiinsa fudhachuu ibseera.

Haaluma kanaan sagantichi odeeffannoo sobarratti kan hundaa’e, ummata kan Burjaajesse fi shakkii uume, labsii miidiyaalee 1238/2013, Labsii haasawa jibiinsaa ittisuuf fooyya’e bahe 1185/2012 akkasumas namuusa Gaazexeessummaa bahe fi namuusa gaazeexeesummaa idilee kan cabse ta’ee argamuu ibseera.

Buufatichi saganticharratti gaafatame deebii kennuu isaan sagantaan tamsaase odeeffannoo sobaa ta’uu amanuu mirkaneessuu ragaan Abbaa Taayitichaarraa argame ni mul’isa.

Abbaan taayitichaa dhimmicha qoratee hanga sirreeffamni barbaachisaan kennamutti sagantaan ‘Addis Mi’iraaf’ EBS irratti tamsa’u akka addaan citu murteessuu fi xalayaa akeekachiisaa kennuu ibseera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA
@ABDII_SABAA 📡
Barattoonni Yuunivarsitii waggaa sadaffaa yeroo xumuram waggaa Afuraffaa osoo hin eegalin naannoo isaaniitti deebi’uu akka barsiisaniif hojjetamaa jiraachu Pirofeeser Birhaanuu Naggaa ibsan

Barattoonni Yuunivarsitii irraa waggaa Afuraffaatti osoo hin darbin waggaa tokkoof barsiisummaan naannoo irraa dhufanitti akka dalaganiifi waggaa tokko booda deebi’anii yeroo dhufanitti barataa waggaa Afuraffaa ta’anii barnoota isaanii akka itti fufan Pirofeesar Birhaanuun ibsaniiru.

Kun ammoo hawaasaa bilisaan isaan barsiise tajaajiluu akkasumas muuxannoo ga’aa argachuufi barattoota irratti akkasuma barsiisotaaf sirna baruuf barsiisuu keessatti ilaalchi gaariin akka uumamu taasisa jedhaniiru.

“Karooricha milkeessuuf hojii guddaa hojjechaa jirra “ kan jedhan Pirofeeser Birhaanuun, kana mikeessuuf duubatti akka hin jenne himaniiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA
@ABDII_SABAA 📡
2025/04/07 04:20:51
Back to Top
HTML Embed Code: