Telegram Web Link
When he asks "Ittoo lukkoo Tolchuu ni dandeessaa?"
:
Replay with "Ati bituu Ni dandeessaa "

Kunis jira 🤔

@A4mulaa_jireenyaa 🌷
Dhokadheen
Si ilalaale ☺️
Iccitii tokko isini himuu !??
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Nama Jaalladhu malee hin Amanin
#Sister
Ana akka filannootti Yaadarta taanan
Dhiisi Kun Abjuu hiika hin qabne waan
ta'eef Nan Abdatin.
Maaliif Garuu 🤔
Kolfaa kan simanne,
Nu boossisanii kan nu geggeesanuuf
An fakkeessuun beeku
Dhugaan sitti hima
Si godhachuuf ture
Michuu kiyya cimaa

Kabajaan siif qabu
Ija biroon laaltee
Gaarii An siif godhe
Gowwummaa koo seete

Gaafan An siif yaadu
Ati natti qooste
Gaafan sitti siqu
Ati narraa fagaatte

Wanta dhugaan taane
Soba fafakkaattee
Irra keessa Kolfaa
Miira kootiin xabatte

Ati addaan hin beektu
Kabajaa fi sodaa
Nattin siqin gonkumaa
Ati Arra booda
Dubartoonni sooreyyiin maaliif abbaa warraa hin qabanu garuu🤔
'Qoraanin deema' jedhii
Gowwoomsii jara manaa
Kottu si eegaan jiraa
Bakka beellamaa sana!

Ijjikoo karaa laalti
Si arguudhaaf dharraatee
Furtuun jireenya kiyyaa
Si qofatti rarraate!

Sabboontittii baadiyyaa
Tiksituu aadaaf safuu
Dhugaan si jaaladheera
Abadan sirraa-n hafuu..!

Shurrubaan kee dheeraa
Dugda keessa ciisa
Seequun kee tokkichi
Gadda meeqa kiisa!

Wal'aansa kee barbaada
Onneen koo dhiiga cobsa
Ogeettii jaalalaa koo
Akkamiinan si obsa?

Dhangaa jaalala dhugaa
Sumarraan dhandhamadha
Ijaan gaafan si arge
Dhibeerraan dandamadha!

Giiftii guddisa tolte
Gameettii haadha danuu
Bir'annaa kana biraa
Waan si waliin badanu!

Akka dheengadda dhufte
Baattee 'qodaa' bishaanii
Har'as funyoo fudhadhuu
Gowwoomsadhu isaani!

Tokkittii waan ofiikoo
Miidhagduu haadha surraa
Hin mul'atu, hin sodaatin
Homaa hin beekamu nurraa!

Hawwiin si eegaan jira
Mi'ooftuu akka dammaa
Qalbii koo nan raasinii
Dafii naaf kottu amma!

✍️...
@A4mulaa_jireenyaa 🌷
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Kanneen keessaa mee nama beektu maqaa abbaa waliin kaa'i.
Hojii Eegallee Jirra.
ስራ ጀምረናል!
We have started work!
#Abudi_Skate_Zone!

Jimma, Merkato, Bikiltu Building, 4th floor.

Come an have joyful time with us!
Sport + Fun!

for more information;
Tg: @a_haliiiim
📲 +251945323370
Gootummaadhaan Jiraachuun; Gootummaadhaan Du'uu Caala Ulfaataadha!

☝️☝️☝️☝️☝️
2024/09/30 15:25:35
Back to Top
HTML Embed Code: