Namni Abaarsa Abbaa qabu
Ganna Ashaboo nagada
Bona Dhadhaa nagada.
Ganna Ashaboo nagada
Bona Dhadhaa nagada.
Forwarded from ✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namoonni baayyen "Ni maraatte" naan jedhu. Ani maraataa kanan jedhameef saanduqa isaan keessatti daangefamanii yaadan keessaa waanan ba'eefii dha.Kofoo isaanii keessa seenee waanan yaaduu dideef 'Maraataa' naan jedhu.
Akkuma jedhanis yoon maraadhee jira ta'e ejjannoo kootiin maraachuu kootiin nan boona.
Kumni maraatte waan naan jedheef ani hin maraadhu, fayyaadha waan naan jedhaniifis maraatummaa koo hin dhiisu.Maaliif akkan jiraadhu naman adda baasee beekuudha ani. Waanan uumameef maraachuun koo anaaf fayyina.
@A4mulaa_jireenyaa 🌷

Hin dhufiin
~
Kaleessa dhaba koof
erga na baqattee,
Madaa koo balfitee
erga ija qabattee,
Na wajjin jiraachuuf
saalfatte lagattee,
Gidiraa keessatti
erga na dagattee.....!
~
Oolmaa koo marayyu,
sodaa malee haaltee,
Onnee koo qulqullu
summii jibbaan faaltee
Haamilee na nyaachuuf
dirra koo cuffattee,
Namaa gad na gootee
baayye na tuffattee.
~
Har'a yoon dubbadhe
wanta na dhukkube,
Rakkina koo caalaa
gochaa kee na gube.
Erga na baqattee
osoon cabee aaduu,
Kana booda hin dhufiin
anuu sin barbaadu!
@A4mulaa_jireenyaa 🌷
~
Kaleessa dhaba koof
erga na baqattee,
Madaa koo balfitee
erga ija qabattee,
Na wajjin jiraachuuf
saalfatte lagattee,
Gidiraa keessatti
erga na dagattee.....!
~
Oolmaa koo marayyu,
sodaa malee haaltee,
Onnee koo qulqullu
summii jibbaan faaltee
Haamilee na nyaachuuf
dirra koo cuffattee,
Namaa gad na gootee
baayye na tuffattee.
~
Har'a yoon dubbadhe
wanta na dhukkube,
Rakkina koo caalaa
gochaa kee na gube.
Erga na baqattee
osoon cabee aaduu,
Kana booda hin dhufiin
anuu sin barbaadu!
@A4mulaa_jireenyaa 🌷
#Ammee: 🇫🇷 Hundeessaa fi Hojii Gaggeessaan Telegram Pavel Durov Faransaayitti hidhame.
Hundeessaa fi abbaan qabeenyaa Telegram Pavel Durov biyya Faransaayitti to'annoo jala oole.
Kanarraa kan ka'e namoonni hedduun isa jala jiran addunyaa Crypto keessatti maqaa fi dandeettii guddaa ijaaraa jiran fi maallaqni Crypto saffisa guddaadhaan gadi bu'aa jiraachuun gabaafame.

͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
#Ammee: 🇫🇷 Hundeessaa fi Hojii Gaggeessaan Telegram Pavel Durov Faransaayitti hidhame. Hundeessaa fi abbaan qabeenyaa Telegram Pavel Durov biyya Faransaayitti to'annoo jala oole. Kanarraa kan ka'e namoonni hedduun isa jala jiran addunyaa Crypto keessatti…
#free Pavel Durov 😔
Forwarded from ✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸
Forwarded from ✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸
Nama wal jaallatu biratti diinni
guddaan Gabaabina yerooti 😉
guddaan Gabaabina yerooti 😉
✅Maaloodha waansaa
Hizbiin DOG gurgurataa jira😳
Namoonni Manaaa qabdan hidhadhaa maaloo SAREE keessan 😂😂😂😂
Hizbiin DOG gurgurataa jira😳
Namoonni Manaaa qabdan hidhadhaa maaloo SAREE keessan 😂😂😂😂
When he asks "Ittoo lukkoo Tolchuu ni dandeessaa?"
:
Replay with "Ati bituu Ni dandeessaa "
Kunis jira 🤔
@A4mulaa_jireenyaa 🌷
:
Replay with "Ati bituu Ni dandeessaa "
Kunis jira 🤔
@A4mulaa_jireenyaa 🌷