Telegram Web Link
Habibti ....😍
HUBADHU!
═══════
• Osoo fiiguu hin jalqabiniin dura kallattii kam akka fiigdu adda baafadhu!

══
Osoo waan tokko hin murteessin dura, murtii booda waan dhufu tilmaami!


Amaloota sadi dhiisuu qabda:
➝ Abdii kutachuu,
➝ Hammeenya hojjachuu fi
➝ Nama tuffachuu dhiisuu qabda.


@A4mulaa_jireenyaa 🌷
°•Ex kee nama biraa wajjin yommuu
argitu hin gaddiin, Meeshaa taphaa
kee durii ijoollee harka qalleeyyiif
arjoomuu baradhu...°😂😂


@A4mulaa_jireenyaa
Anarraa Fagaachuu
Situ jedheef malee
Sirrii-n turre beekta
Na gatuun kee kalee 😏
Das Jetta....♡
Innaa lillaahi wa innaa ileyhi raaji'un...!

Oduu Gaddaa.

Xiyyaara tokkoon imalaa kan turan Pirezidaantii Iraan Ibraahim Ra'iisii dabalatee Ministeerri Haajaa alaa Iraan Amiir Abdullahi, Bulchaa Baha Azarbaajaan Maliik Rahamati, Imaama Baha Azarbaajaan Imaam Muhammad Alii Al-Haashimi fi namoonni Xiyyaara sana keessa turan hundi isaanii lubbuun isaanii darbuu mirkanaa'ee jira.

Iraan seenaa ishee keessatti gadda ulfaataa akka kanaa keessummeessitee kan hin beekne yoo ta'u taateen kun guddittii Iraan gadda ulfaataaf kaadhimee jira.
Ijji Baay'ee Arga
Onneen Garuu
tokko Qofa filata.
Sin jaalladha...♡
Rakkoo fi gammachuun
Hunduu dhufee darbaa
Wantoota gaggaarii
Seenaa ka'aa darbaa.
Her şeyi açıklamak zorunda değilim😭

Beni konuşmadan anlayan birini istiyorum💔



Dirqama waan hunda isin hubachiisuu hin qabu, Osoon hin dubbatin nama na hubatun barbaada. ☺️
🪫
Yeroo bilbilli kee chaargii fixatee cufachuuf %1 hafu... fiigdee osoo hin cufatin chargessita... !


waan lubbuu ilma namaa du'aaf kaate wahii baraarte namatti hin fakkaatuu.... 😁👌
An mataa koof jira
Atis keef jiraadhu
Hamma dandeessatti
Na biraa fagaadhu

Anoo si jibbeera
Si arkuu hin barbaaduu
Si'ii fi waa'ee kees
Ani tasa hin yaaduu


@A4mulaa_jireenyaa
Akka Yesuus Macaafa Keessatti barsiisetti Namni waan Rabbiin jaallatu hojjatu hundi obboleessa isaati. Nuti Muslimoonni waan Rabbiin jaallatu hojjana. Kanaaf Yesuus Waaqa keenya osoo hin taane obboleessa keenya jenna. Obboleessa keenya kana ni jaallanna. Ni hordofna.

Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa kan godhu eenyu iyyuu, obboleessa koo ti, obboleettii koo ti, haadha koo tis" jedhe. [Maatewos 12:50⎦.
"Bakakkaan Tiifuu keessa jabaata"
#Mammaaksa
Jaalala keen hubameen
Osoo nyaadhuun beela'a
Huuba osoo hin kaasiin
Qoma cabeen eela'a

Si jaallachuu koo kana
Atoo yoomuma bartaa?
Moo tarii itti fuftee
Jaalalaan nadararta?


@A4mulaa_jireenyaa
Rafees suman yaada
hirriiban qabu ciisee
Guyyaas suman laala
yaadan fakkii kaasee
.
°•Waadaa sobaa hin galin,
miira Nama biraatiin hin taphatin,
nama dhukkubsaa.°

@A4mulaa_jireenyaa
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Oduu cabsaa/Breaking news

Prophet kan ofiin jedhu Masarat Taye Waaqummaa Yesuus ganee ergamaa waaqaa ta'uu isaa amane!

Akkasumas Yesuus du'a ooluuf Waaqa kadhatee kadhannaan isaa awwaatameefii du'a ooluu isaas macaafa irraa mirkaneessee jira.

Warri Yesuus cubbuu keenyaaf jedhee du'e jettanii fi Waaqa jettanii amantan koottaa hirmii baafadhaa😁

Har'a irraa jalqabee Yesuus ergamaa fi nabiyyii Allaahaa ta'uu amanaatii koottaa islaama ta'aa shahaadaa lallabaa

👇👇👇👇💲💲👇👇👇👇👇 viidiyoo daawwadhaa!

https://www.tg-me.com/Dandihaqaa
"#Dhiifama hundi isaayyuu badii koodha, garuu simiidhuf jedhee hin goone, Tole na jibbi yoo barbaaddes, Aniyyuu badii koo kanaaf baay'een of jibbaa jiraachaa jira na baruu keef illee dhiifama naaf godhi! #dhiifama"💔💔
Marti isin beekha
Kan dhihoof halalaa
Akkam jirtan qomoo
Yaa warra jaalalaa
💚
2024/09/26 22:08:47
Back to Top
HTML Embed Code: