Telegram Web Link
Tokkummaa Muslimoota M/Jimmaa fi Naannoo isii
**
   WAA
MICHA SEENA-QABEESSA
/////////////////////////////////////////////
Barattoota,Barsiisota,Hojjettootaa fi Du'aatota M/Jimmaa Maraaf.
=============================
Leenjii~ Mataduree~Raajii Saayinsaawaa Qur'aana Kabajamaa fi Kompaaraatiivii (Scientific Miracles of the Holy Qur'an And religion comparative course)

Leenjistootaa akka Biyyaatti Beekamoo ta'an
Ustaz Mohammed khadiri fi Ustaz Umar Roobee

Xinnaa iftaanii (Caamsaa 03/09/2016)
Waaree dura 2:30-6:00
Waaree booda 8:00-10:00
City View Hotel

0941480065/0917931970/0917239959
Dubara Bara kanaammoo Abbuma
Barbaadetu Akka #Raadiyootti
Haasofsiisaa Oola 😳
͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Photo
Dubbiin mana barnoota bultii Addaa Beddelee dafamee dhaabsifamuu qaba.

Barattoonni kun ijoollee xixiqqoo kutaa 8ffaa Xumuranii deemaniidha,dafanii rifatu ijoollee daa’ima kana yeroo achi keessatti walitti qabanu hordoffii gochuufiin barbaachisaadha.

Mooraa kana keessatti barataan tokko barnoota isaa hordofaa Amantii barbaade hordofuu,waaqeffachuu danda’a.

Haa ta’u malee M/barumsaa bultii Addaa Beddeleetti yeroo kanatti barattoota umurii daa’imummaatiin manaa bahan kan ammaaf waa adda baasanii hin beekne,sammuu qulqulluudhaan barusaaf of qopheessanii deeman hanga barruullee garaagaraa waan amantii islaamaa xureessu,waan sammuu namaa falmii keessa galchuufi fii Namoota hin bilchaane rifaasisu barruuleedhaan qophaa’e barataaf dhiyaate.

akkasuma kun waan sadarkaa jaraatti deebii itti kennuu hin dandeenye barattootaan Raabsamuun isaa baayyee fokkisaadha Aadmaleedhas.barattoota kana hamilee jaraa hatee akka jarri xiyyeeffannoo barnootaa dhaban jara taasisa.

Namni falmii Amantii barbaadu Mootummaa beeksisee karaa seera qabeessa ta’een falmuu danda’a.malee daa’ima xiqqoo manaa bahan gidduutti waan akkasii Uumanii jibbaan guddisuun barbaachisaa miti.

Manni barumsaa hordoffii barbaachisu godhee Hatattamaan wanti kun utuu hin babal’atin to’achuun barattoonni sammuu nagaadhaan barnoota jaraatti akka deebi’an gochuun barbaachisaadha.

Akkasuma #majlisni_Magaalaa_Beddelle guyyaa har’aa irraa Eegalee waan kana Hoogganaa mana barumsichaa waliin ta’uun waan kana ka’umsi eessa kan jedhu qulqulleeffachuun barbaachisaadha.
Gaafa Cidha kootii kun 1
kaanis gaaf 1 jedhee balbala
manaatti yoon maxxanse maal ta'a? 😁
Iyyasuus Eenyuuf ergame ?

Inni immoo deebisee, “Ani warra akka
hoolotaa karaa irraa goranii mana Israa'elii badan duwwaaf malee hin ergamne” jedheen
. Maatewos 15:24

Kanaaf Oromoo Hin ilaallatu jechuudha !!
Ifti Kee addessaa
Mildhanni Kees aduu
Oolmaan ke kaleessa
Na kessa hin badu
Kan Itiyoopiyaa hoo? 🤔
Narraa Fagaattee Si malee Jiraachuu
waan na barsiifteef Galatoomi!
Nan yaade!

Yeroo waliin turree
Waliin dabarsine
Dhakaa daandiirraa san
Kan irra waliin teenye

Yedduu kana hin beeku
Waa na yaadachiisa
Seequu kee sana faa
Natti deddeebisa

🙂

@A4mulaa_jireenyaa🙂🤓
#Wiilihaam shiikispeer .!!

" Akkas jedha " falaasamni namoota si dudduuba jiranii quba sitti qabuu fi hir'ina kee ilaalanii kolfuudha."

Quba tokko gaafa namatti qabdu afrtu sitti qabamee jira. Kanaaf quba kee gadi qabi! Ilkaan kees mana isaa afaanitti deebisi......

@A4mulaa_jireenyaa
"No free launch" jetti Faranjiin!

"Namichatu paarkii bineensotaa ijaaree gatii seensaa $300 goonaan namuu seenuu dide. Gatii kana fooyyessee $200 goonaanis homtuu dide. $10 goonaanis homtuu seenuufii dide. Dhumarra gatii seensaa tola goonaan namni martuu seene. Erga namni martuu seenuu mirkaneeffateen booda Leenca hidhaatti jiru hiikee gadi dhiisee gatii bahumsaa 500$ godhe . Martuu mormii malee kaffalaa baqatee yaa'e.
Jireenya keessatti waanta rakasaafi tola ta'e jaalachuun gatii nama baasisa."

Moral of the story: Waan tola jedhamee namaaf laatamu fudhachuun dura, waan duuba jiru ilaaluun shaggaadha!

JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Kan an akkana si jaalladhu
Jaalladhee mitiim ☺️
Biyya Xaaliyaanitti, hiyyeessa taate yoo nyaata hatte, akka balleessattii akka hin ilaalamne beektu laata?!!☺️
Robert Mugaabee
▬▬▬▬▬▬▬▬
⩩ "Guyyaa mindaan siif kenname foon lukkuu nyaatta;

⩩ Gaafa mindaan sun xiqqoo hir'atte immoo oomisha lukkuu (hanqaaquu) nyaatta;

⩩ Yoo mindaan kee xiqqaachaa dhufu immoo nyaata lukkuun nyaattu (boqqolloo, mishingaafaa...) nyaatta

⩩ Yeroo mindattiin dhumtu, immoo atumti mataan kee lukkuu taatee oliif gadi deemtee yeroo kee fixxa!"😁

JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Yeroon Chokoleti 🍫 Arge
Suman Yaadadha 😋
Tan Kabajamuu Qabdu
Haadha Malee Guyyaa Miti.
2024/09/29 11:23:18
Back to Top
HTML Embed Code: