Telegram Web Link
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Dhiphattees barbaaddu,
dhimmamtees yaaddu
Aannan dhangala'e,
deebistee hin waraabdu!
*
Kan Uumaan jedhetti,
Kan guyyaan kennetti,
Otoo jaalattuu irra tarta
Otoo jibbituus itti barta!
Hadharra dhaabbanne Boruuf
karoorsina. Miraan osoon taane
Beekkumsaan Hoogganamna.
Jette jettee namaaf eddoo hin kenninu.
Coba Qalamatiin Wal qarra marree Join Gochuun Channel keenyaatti dabalamaa
Nuwaliin mi'aa Coba Qalamaa Dhandhamaa.
https://www.tg-me.com/Coba_Qalamaa1
Dhiitee bariitus
#Aqsaa biyya koo An Suman yaada
Lubbuuf maatiin koo
Kabajaa keetiif Haa taatu fidaa


@seyfal_islaam
Waa'ee Notcoin namoonni gaafachaa turtan wantoota tokko tokko siniif ibsuun barbaada.

https://www.tg-me.com/notcoin_bot?start=r_627365_27190471

Notcoin jechuun qabxii isin bot notcoin jedhamu start gochuun sassaabdan yemmuu ta'u, qabxii kana karaa gara garaan sassaabuu dandeessu
1. tab tab gochuun
2. Hiriyoota keessan invite gochuun
3. Gaaffiiwwan deebisuun argachuu dandeessu.

Kallattiiwwan qabxii argamsiisan armaan oliin alatti link gadii kanaan yemmuu join gootan qabxii 2500 siniif kenna.

https://www.tg-me.com/notcoin_bot?start=r_627365_27190471

Akkamitti qarshii argachuu dandeenya kan jedhuuf qabxii walitti qabattan kana yemmuu 10M geessan gurguruun yookan crypto Telegeram qopheessetti jijjiiruu dandeessu. Qarshiin kuna ammoo Telegram Wallet keessan irra gala jechuudha.

Hubachiisa:- taphni kun ammatti bilisaan taphatamaa jira. Guyyaa 3 booda ni dhaabbata. Akka lakkoofsa faranjiitti January 1, 2024 ture kan inni eegale. Dafaa carraa keessan fayyadamaa. Wanta kana dhaabbata Telegram mataa isaatu gaggeessa waan ta'eef fayidaa mataa isaa ni qabaata.

https://www.tg-me.com/notcoin_bot?start=r_627365_27190471

https://www.tg-me.com/A4mulaa_jireenyaa

https://www.tg-me.com/notcoin_bot?start=r_627365_27190471
🎁 +2.5k Notcoin as a first-time gift
🎁🎁🎁 +50k Notcoin if you have Telegram Premium @A4mulaa_jireenyaa
Filannoo 2ffaa Godhattee Nalaalta
Taanaan Faana koo jalatti uf Agarta.
Tokko tokko immoo Ifxaara daandii irraa kan guyyaa har'aa Magaalaa Finfinnee tti geggeeffame kanaafi injifannoo lola Badrii wal-biraa qabee hafarsa! 😂😂

Daandii irratti faxaruun akka mallattoo ol'aantummaa Islaamummaa 'tti fudhatamee injfannoo lola Badrii faana tarree tokko irratti waamamuu isaati😅😁
Nagaan Bulaa 🌷
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Hunduu si tuffatee
Jechaan si yaabuyyuu
Abjuun kee gufatee
Mataan si dhaabuyyuu

Qalbiin kee harca'ee
Wanta eegde dhabdus
Yaanni kee faca'ee
Haamileen si cabdus

Abdii hin kutin tiru
Jabaadhu maleessaa
Bor utuu siif jiruu
Hin yaadin kaleessa

Godhadhu si'aayina
Hin ta'ini dadhabaa
Iccitiin milkaa'inaa
Kufaatiirraa jalqabaa

@A4mulaa_jireenyaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Waan gaarii gaafa dalagdu "Kaayyoo icciitii wayii qaba" siin jedhu namooti. Maaliifuu ati waan gaarii dalagi."

@A4mulaa_jireenyaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Ani kanan tuffadhu dhaloota ammaati,
dhaloota 'baradhe' ofiin jedhu. Tole!
erga barattee gaaffii 'maaliif?' jedhu
kaasuu maaf sodaatta? Waanuma siif kennan maaf liqimsita? Kan baratteef
akka gaafattuufiim. miimoorii sammuu
keetii keessaa daataa ormaa haqxee
kee akka fe'attuufiim. Orma jala yaa'uu
dhiistee of jala akka yaatufiim.
Waanuma siif kenname hin liqimsin.
Kan liqqimsaa jirtu daawaa osoo hin
taane summii ta'uu yoon sitti hime ni
mormitaa? Mirga keeti.

Lakkii dhaloota nana! Warra darbe
maaf ilaalta.Isaan hin baranneefuu
maal gaafatu. Ana situ na raaje kan
bakkuma ka'aan taa'ee nama eegu.
Lakkii dammaqi dhalootaa.

@seyfal_islaam
@Coba_Qalamaa1
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/29 23:23:00
Back to Top
HTML Embed Code: