Telegram Web Link
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Walloo fi fala$x!in dabalatee miidhamaa hundaaf rabbi haa tumsu!! 😢
#Eidi dhaaf Guyyaa #28 Qofatu Hafe ☺️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
" Adada Hayyuu taatuun ba'aa baatta, waan uf caala Biyyaaf dhimmamtuuf, Adada birrii qabaattuun rakkatta, Namni ashaboo dhugu, dheebotaa deema waan ta'eef, Adada beekamtuun bilisummaa dhabda, gatii sobaatiin waan si waamaniif..!!
Sammuun dargaggeessa har'aa balbala hin qabu. Yoo qabaates ni baasa malee hin galchu. Waanan jedhe haa ta'u jedha malee, yaada biraan hin madaalu. Namni hundumtuu waan hunda beekee waan uumame itti fakkaata. Beekumsa xiqqoon waan baay'ee furuun waan danda'amu itti fakkaata.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This is Palestine  🇵🇸
This is what happening now in gaza
The kids are still dying !!
#pray_for_Palestine
😓😓😓😓😓😓😓😓
Tuffii fi qoosaa Paastaroonni Pheenxee gariin jidduu kana islaamummatti godhan itti cal’isuun salphina seenaati.
Jaarsa umriin isaa torbaatamoota keessaa tokkootu akkana jachuun gorsa laate.

1. Dubartii jaalattuuf jattee ; dubartii si jaalattu hin dhiisin.
2. Sijaaraa qabsiifachuuf bosona hin gubin.
3.Du’uu kee dura jiraachuu kee mirkaneeffadhu.

@A4mulaa_jireenyaa
@seyfal_islaam
"Namni baatii Ramadaanaa guyyaa 30 soommane, akka nama ji'a guutuu soommaneeti."
Mirga beeyladaa nu barsiisuu barbaadu . . . Nuti garuu isaan caallee #Harroota Gurguddaa tokko #Famous goonee hordofna.

Saboo maaliin barreesse sa ? Tanaafin barreessuu dhiisee bar. Maalif akkaan akkana ja'eehu naaf hin galle.

Warri akka kiyyatti maalif akkaan barreesse isiniif hin galin nuti walumaan #Harroota.

Warri isiniif galees #Harroota waa hubatu, lakkii , lakkii . . . #Hayyoota waa hubatu jachuu kiyya. Dhiifama

@A4mulaa_jireenyaa
@seyfal_islaam
Bilbila gurguradhuu #dongoraa bitadhu na godhaa jira.

Ya'ajuuj faan xiqqo boodatti waan turan natti fakkaachaa waan jiruuf ... gaara isaan qotaa jiran san dhaqee gargaaruu laata ?!
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Macaafa Afaan Arabiffaan barsiisuuf yaalii taasisaa jiraachuu isaanii dha, Arabiffi isaanii mataaf miilla hin qabu 😂😂

Du'aa'ii akkaataa Muslimoonni itti godhanitti godhaa jiru, Adeemsi isaan deemaniif ifa dha, Ummata homaa hin beekne jallisuu dha!

Amantiin kamuu sochii isaa keessatti daangaa mataa isaa qabaachuu qaba, Adeemsi isaan deemaa jiran kan hawaasummaa diigu dha, Finxaalessummaan Amantaa balaafamaa dha. Majliisi adeemsa kanatti iggitii gochuu qaba.

Yoo hin taane garuu namoota haala kanaan Amantaa Islaamaa irratti qoosan Muslimoonni tarkaanfii barsiisaa fudhachuuf qophii dha, Durfamee utuu karaa seeraan xumuramee ba'eessa.

@seyfal_islaam
Warri pirotestaantii huccuu faaya Muslimootaa uffatanii bifa manzuumaatiin ummata burjaajessuu maaliif barbaadan?
***
Yoo Muslimatu kanaan gowwoomee gara keenyatti dhufaa yaaddan baay'ee dogoggortan; kun hordoftoota amantii lachanii walitti buusuu malee bu'aa tokkollee hin qabu.
Bifa kanaan dhihaachuu irra yoo ragaa qabaattaniif dirreetti as bahaatii ifaan ifatti, bakka addunyaan guutuun argutti, istaadiyeema keessatti ragaadhaan haa mari'annu.
Isin kana gochuuf qophii taanaan hayyoonni Islaamaa qophiidha. Yoo kana hin taane kijibaafi diraamaan ummata hin burjaajessinaa. Amantiin kijibaan, diraamaafi sirbaan baballatu tokkollee hin jiru yoo jallina ta'e malee. Kanaafuu yoo ragaa qabaattan as bahaa waliin haa mari'annu, yoo ragaa hin qabaanne immoo jallina irra hin deeminaatii gara Rabbii tokkichaatti deebi'aa. Yesuus ergamaadha malee Rabbii miti; hin waaqeffatamu; inninuu ni waaqeffata.
Waaqni waaqa biraa gabbaru hin jiru.

Ustaaz Gaalii
#Yaa_Allah_...
::::::::::::::::::

Yaa Allah atummaan
nu tolchii nuuf tolii
Hojii kheyrii mara
Mee nurraa qeebalii

Irraa nu fageessi
waan sooma balleessu
yoo waan san hojjanne
siin walitti nu aarsu

Nu hin jibbiin Ilaahii
eega nu jaalattee
nuuf godhi nagaya
jidduu keenyaa fi tee

@Coba_Qalamaa1
@Coba_Qalamaa1
#Sallu_ala_Nabi

Ifaaa fuula ifaa
yaa shamsal Madiinaa
kuula ija kuulaa
Tokkicha Aaminaa

Yaa Abbaa Faaximaa
barsiisa araraa
Yoon sirraa fagadhees
koo yaanni si biraa

Allahumma salli
wasallim tasliimaa
sallu ala Nabii
kan taate Muslima

S A W
2024/10/01 07:13:45
Back to Top
HTML Embed Code: