Telegram Web Link
Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa.
Kun Baankii Oromiyaati

1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda

Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa
Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema.

Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba

መልዕክቱን ያጋሩ፣ የዚህ ሳምንት ተሸላሚ ይሁኑ!
ይህ ኦሮሚያ ባንክ ነው!

1. በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://www.tg-me.com/official_oromia_bank_bot?start=623498942
2. በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3. Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4. ወደ ቦቱ ይመለሱ
5. Continue የሚለውን ተጭነው የመጋበዣ ሊንክዎን ያግኙ
6. መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ

መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ በየሳምንቱ ተሸላሚ ይሁኑ!

ሽልማቱ ሁሌም በየሳምንቱ አርብ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፣
Dandeettiilee kudhan (10) bara baraan kaffaltii siif kanfalan jabeeffadhu!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
⓵. Amanamummaa!
⓶. Gara laafina!
⓷. Lakki jechuu!
⓸. Gareedhaan hojjechuu!
⓹. Walsimachuu!
⓺. Gargaarsa gaafachuu!
⓻. Walqunnamtii
⓼. Ofitti amanamummaa!
⓽. Haasawaa gaarii!
⓾. Yerootti fayyadamuu!

@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa

Ten (10) skills that will pay you off forever!

➊. Loyalty!
➋. Compassionate!
➌. Saying no!
➍. Working in teams!
➎. Consistency!
➏. Asking for help!
➐. Meeting!
➑. Confidence!
➒. Good conversation!
➓. Use the time wisely!

@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
Osooman Of jibbee
Jiruu koos gomadhu
Maaf na uumte jedhee
Uumaako hin komadhu....
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Oduun namaaf bakka hin qabu
sababnisaas oorbiiti mataa kootii
keessan jiraadha waan ta’eef
.
••
@A4mulaa_jireenyaa
=> Bara jiraattu hundumaa,
nama hundumaaf, yoom iyyuu,
eenyuuf iyyuu waan gaarii qofa yaadi!

•••
@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
=> Namni sababa ga’aa utuu
hin qabaatin sirraa fagaatee
ykn si jibbee nama si jaallatuudha.
Sababnisaas akka sin barbaachisne
sitti agarsiise hin gaddin ati.
•••

@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
=> Dhiifama godhi jechuun
hin miidhamne jechuu miti
of keessatti jibba baachuun
si miidha jechuudha malee
.

@A4mulaa_jireenyaa
Kaleessi du’eera, bor hin dhalanne.
Jiraachuuf yeroon nu qabnu
har’a duwwaadha.

@A4mulaa_jireenyaa
Injinariin karaa milkaa’inaa
kee ijaaru suma qofa!


@A4mulaa_jireenyaa
Nama hamma dhumaatti
waliin hin taane jechaan hin sossobiin,
godaannisas irratti hin uumiin.


@A4mulaa_jireenyaa
Carraa argattu hundatti fayyadami
sababnisaas wanti ta’u tokko irra
deebi’ee waan hin taaneef.

@A4mulaa_jireenyaa
Namni jaallattu kennaa sirraa
barbaada taanaan hiyyeessa
qabeenya homaa hin qabne yoo
taatellee of qabdaa ofuma kee
dabarsii kenniif!


@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
Hafuura baafachuu fi si jaalachuu
keessaa filachuun osoo narra jiraatee
hafuura koo isa dhumaa fayyadameen
akkan si jaalladhuun sitti hima ture
.

@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
Kan sakaaluuf kan hiiku
Qaama tokko erga ta'ee
Gaarummaafi hammeenyi
Mana tokkoo erga bahee,

Afaan amma eebbise
Erga ammuma abaaree
Innumti abdachiise
Erga deebi'ee nyaaree,

Wanti jedhamu hintolu
Callisuudha maal abbaasaa
Dur makmaakame;
'Waan callee baddee,
callumaatu nama baasa!'

@A4mulaa_jireenyaa
Na jibbuun kee ana hin aarsu
sababnisaa hiikaa jaalalaatu
siif hin galle
.

@A4mulaa_jireenyaa
2024/10/01 22:27:08
Back to Top
HTML Embed Code: