Telegram Web Link
Telegram (1).ehi
4 KB
Telegram package server for ethiotelecom.

with ቴሌግራም package ትገዛላችሁ በቴሌግራም package የትኛውንም platform ትጠቀማላችሁ
➡️For ethiotelecom🇪🇹
➡️Start jan 8
➡️Expired date jan 15
Share with all ur friends



#Share
👇👇👇👇👇👇
GAAFFII TEKNOOLOOJII KAMIIFUU DEEBII KAN KENNU '.
ORO TECHNOLOGY'
telegram.ehi (1)
4.3 KB
Telegram package server for ethiotelecom.

Root device Allowed
➡️For ethiotelecom
➡️Start jan 8
➡️Expired date jan 15
Share with all ur friends
Har’a irratti xiyyeeffadhu, sababni isaas Boru Waadaa siif hin Galmamne, Kaleessis Xuuxameera.


@A4mulaa_jireenyaa
Lamaanuu qaama tokko
Gar-tokkee mirgaaf bitaa
Garuu wal diinomfata
Wal lola waliin cita

Akka waan cabni tokkoo
Kaaniif hin taanee caba
Kallattii tokko hin deemu
Miilli lamaan wal dhaba

Kan silaa nu geessanu
Waliin deemanii galma
Bitaaf mirgatti ba’uun
Waliin qabanii falma.....

Irbuu gootota kalee
Baannee eegallee karaa
Wal dhabdee qaama keenyaan
Nafa naafate taanee
Hanqanne bakka garaa!

@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
Wadaroo shiraa xaxuun
Seenaan jirre kaasanii
Dubbii inaaffaan guute
Nu gidduutti asaasanii
~
Diddee akkati deemtuuf
Waa meeqa odeessanii
Jiraachuu kiyyan beektu
Narraa si fageessanii......!

@A4mulaa_jireenyaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namoonni hedduun si kolfachiisuu danda'u, garuu si gammachiisuu hin danda'an.😌

@A4mulaa_jireenyaa
Forwarded from Jama'aa Dargaggoota Musliima Dheeraa (#Abdu)
إِنَّ الَّذِينَ أَجْرَمُوا كَانُوا مِنَ الَّذِينَ آمَنُوا يَضْحَكُونَ ﴿٢٩﴾ وَإِذَا مَرُّوا بِهِمْ يَتَغَامَزُونَ ﴿٣٠﴾ وَإِذَا انقَلَبُوا إِلَىٰ أَهْلِهِمُ انقَلَبُوا فَكِهِينَ ﴿٣١﴾ وَإِذَا رَأَوْهُمْ قَالُوا إِنَّ هَٰؤُلَاءِ لَضَالُّونَ ﴿٣٢﴾ وَمَا أُرْسِلُوا عَلَيْهِمْ حَافِظِينَ
“እነዚያ ያምመጹት በእነዚያ ባመኑት በእርግጥ ይስቁ ነበሩ። በእነርሱም ላይ ባለፉ ጊዜ ይጠቃቀሱ ነበር። ወደ ቤተሰቦቻቸውም በተመለሱ ጊዜ (በመሳለቃቸው) ተደሳቾች ኾነው ይመለሱ ነበር። ባዩዋቸውም ጊዜ ‘እነዚህ በእርግጥ ተሳሳቾች ናቸው’ ይሉ ነበር። በነርሱ ላይ ተጠባባቂዎች ተደርገው ያልተላኩ ሲኾኑ።” (📚አል-ሙጠፊፊን 83፤ 29-33)

👤 Abdela Ibrahim

     🏠Dera🏠

🆔 Code #02
Plzzz...ሼር አድርጉልኝ🙏🙏

👍በ ውድድሩ መሳተፍ ለምትፈልጉ👍
                         Join
                       👇👇👇  
          ╔══━▒๑•ั🌹•ั๑▒━━═╗
                  @DeraJemea
                  @DeraJemea
                  @DeraJemea
          ╚═━━▒๑•ั⭐️•ั๑▒━══
                       👆 👆👆
ለመላክ @Derajemea99_bot
Forwarded from Jama'aa Dargaggoota Musliima Dheeraa (#Abdu)
Jaallatamaa kiyya
Irra caalaa khalqii
Maqaa kee yoon kaasu
Na boqatti Qalbiin

#Yaa_Rasuulallaah 💚
#صلى_الله_عليه_وسلم  💚

👤 Seeyfal Islaam

     🏠Jimmaa🏠

🆔 CODE #30

Plzzz...Share naaf godhaa.🙏🙏

👍Dorgommii irratti hirmaatuf👍
                         Join
                       👇👇👇  
          ╔══━▒๑•ั🌹•ั๑▒━━═╗
                  @DeraJemea
                  @DeraJemea
                  @DeraJemea
          ╚═━━▒๑•ั⭐️•ั๑▒━══
                       👆 👆👆
Erguuf @Derajemea99_bot
   
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
"Silas maal naaf godhe ba'aasaa
malee" jette sareen, waraabessi
eegee irraa kunnaan!


@A4mulaa_jireenyaa
Beekta mitii si filadhee
Of dhamaasee
Jaalala keef gatii danuu
Akkan baasee
~
Beekta mitii of madeessa
Dirraa cabee
Onnee keerraa jaalala koo
Akkan dhabe
~
Alaa hin eeguu ofiima koon
Of jabeessaa
Sitti seeqaan onnee koorraa
Si fageessaa
!

@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Akka dhihettin-Hafu
Ni bari'a Gaaf tokko
Hadhaaf nutti marsus
Shirri diinaafii Rakkoon

Yoo guyyaan dheerates
Baadhatee dukkana
Abdii hin kutannu
Rabbitti irkanna

Dukkanaa'een-Hafu
Biiftuun milkii ni baati
Dhugɑɑn moo'ee mullata
Sobni ni dhabamti

Gargaaraan dhabamus
Kan Dhugaadhaaf tumsu
Rahmaan mootiin maraa
Nutti hin callisu

🇵🇸 🇵🇸 🇵🇸 🇵🇸 🇵🇸
@seyfal_islaam
@seyfal_islaam
Forwarded from Jama'aa Dargaggoota Musliima Dheeraa (#Abdu)
Jaallatamaa kiyya
Irra caalaa khalqii
Maqaa kee yoon kaasu
Na boqatti Qalbiin

#Yaa_Rasuulallaah 💚
#صلى_الله_عليه_وسلم  💚

👤 Seeyfal Islaam

     🏠Jimmaa🏠

🆔 CODE #30

Plzzz...Share naaf godhaa.🙏🙏

👍Dorgommii irratti hirmaatuf👍
                         Join
                       👇👇👇  
          ╔══━▒๑•ั🌹•ั๑▒━━═╗
                  @DeraJemea
                  @DeraJemea
                  @DeraJemea
          ╚═━━▒๑•ั⭐️•ั๑▒━══
                       👆 👆👆
Erguuf @Derajemea99_bot
   
2024/10/01 01:48:04
Back to Top
HTML Embed Code: