Telegram Web Link
Namoonni baayyen "Ni maraatte" naan jedhu. Ani maraataa kanan jedhameef saanduqa isaan keessatti daangefamanii yaadan keessaa waanan ba'eefii dha.Kofoo isaanii keessa seenee waanan yaaduu dideef 'Maraataa' naan jedhu.

Akkuma jedhanis yoon maraadhee jira ta'e ejjannoo kootiin maraachuu kootiin nan boona.

Kumni maraatte waan naan jedheef ani hin maraadhu, fayyaadha waan naan jedhaniifis maraatummaa koo hin dhiisu.Maaliif akkan jiraadhu naman adda baasee beekuudha ani. Waanan uumameef maraachuun koo anaaf fayyina.

@A4mulaa_jireenyaa 🌷
Hin dhufiin
~
Kaleessa dhaba koof
erga na baqattee,
Madaa koo balfitee
erga ija qabattee,

Na wajjin jiraachuuf
saalfatte lagattee,
Gidiraa keessatti
erga na dagattee.....!
~
Oolmaa koo marayyu,
sodaa malee haaltee,
Onnee koo qulqullu
summii jibbaan faaltee

Haamilee na nyaachuuf
dirra koo cuffattee,
Namaa gad na gootee
baayye na tuffattee.
~
Har'a yoon dubbadhe
wanta na dhukkube,
Rakkina koo caalaa
gochaa kee na gube.

Erga na baqattee
osoon cabee aaduu,
Kana booda hin dhufiin
anuu sin barbaadu!


@A4mulaa_jireenyaa 🌷
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Habibti koo 😍
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Dhiira Dubaraaf jedhee #Jiim hajjatu
Dubara dhiiraaf jettee
#Kubbaa ilaaltu

Rabbi dhuma keessan Haa tolchu 😁
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Ammee: 🇫🇷 Hundeessaa fi Hojii Gaggeessaan Telegram Pavel Durov Faransaayitti hidhame.

Hundeessaa fi abbaan qabeenyaa Telegram Pavel Durov biyya Faransaayitti to'annoo jala oole.

Kanarraa kan ka'e namoonni hedduun isa jala jiran addunyaa Crypto keessatti maqaa fi dandeettii guddaa ijaaraa jiran fi maallaqni Crypto saffisa guddaadhaan gadi bu'aa jiraachuun gabaafame.
#Habibi
Si Dubaratu si jaallatu
Ana garuu Dhiiratu na sodaata

😊
Nama wal jaallatu biratti diinni
guddaan Gabaabina yerooti 😉
Maaloodha waansaa
Hizbiin DOG gurgurataa jira😳



Namoonni Manaaa qabdan hidhadhaa maaloo SAREE keessan 😂😂😂😂
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
When he asks "Ittoo lukkoo Tolchuu ni dandeessaa?"
:
Replay with "Ati bituu Ni dandeessaa "

Kunis jira 🤔

@A4mulaa_jireenyaa 🌷
Dhokadheen
Si ilalaale ☺️
Iccitii tokko isini himuu !??
2024/09/29 17:28:35
Back to Top
HTML Embed Code: