Telegram Web Link
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Intalti dhalattuu biyya kanaa taate Platform Tiktok irratti Qur'aana baattee faarsaa kiristaanotaa waliin shubbisaa Viidiyoo isheen qoodde namoota hedduu biratti qeeqamuu hordofuun magaalaa isheen jiraattu qaamonni nageenyaa (Poolisiin) Dubaayi seeratti dhiheessuuf barbaadaa waan jiraniif namoonni intala kana teessoo ishee beektan eeru akka kennitan jedhamaa jira.

Gochi kun safuu cabsuu dha! Amantaa namaatti illee qoosuu waan ta'eef hordoftoonni amantaa kamiillee gocha kana mormuun barbaachisaa dha. Intalti kun seeratti akka dhihaattuuf Share gochuun waliif qoodaa.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Mukti baddaa hin jiruu
Muka Garbuu malee🙆‍♂️
Kan baranaa hin himnu 🤫
Irra darbuu malee‼️
Hoogganaan Hamaas wareegame...!!

Innaa lillaahi wa innaa ileyhi Raaji'uun
😭😭
͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Hoogganaan Hamaas wareegame...!! Innaa lillaahi wa innaa ileyhi Raaji'uun 😭😭
" Gootni jabaan diina irriba dhorke kun..
➡️ Bara 1963 dhalate
➡️ bara 1987 Islamic University of Ga_za irraa eebifame
➡️ Bara 1989 Woraana Isra🇮🇱 waggaa 3 f hidhamee ture

➡️ February 2006 Mummicha ministeraa Fala_xiin tahee filame

➡️ Bara 2009 namoota gumaacha guddaa biyyattiif ooolan jechuun sirni Dr kabajaa University sana irraa kennameef

➡️ Haganaa olaanaa office Ham_aas

➡️ Yaaliin ajjee_chaa
Bara 2003 elekoptara Isra_el 🇮🇱 irratti godhaneen madaa'ee lubbuun hafeera
➡️ October 2006 yaalii isarratti godhameen Makiinaan isaa barbadooftus inni lubbuun hafeera

➡️ December 2006 osoo walgahii idila adunyaa irraa galaa jiru yaalii ajjeechaa isarratti godhameen ilma isaa dabalatee namoonni hedduu dhumanis inni hafeera

➡️ July 2014 miisayla elekoptara diinaa irraa mana isaatti furguggatamteen manniif qabeenyi isaa akka jirutti barbadaa'eera

Halkan edaa Iran 🇮🇷 Magalaa Xahraan keesaatti ajjee_fameera
_ Yeroo hedduu diinota kee caala namootuma sitti dhihaatantu si gana

_ Taarika kamuu keessatti shii'aan riqichaaf Network itti islaama adamsaniidha

Waan Isra 🇮🇱 woggootan 20 darbaniif dadhabde shii'aan halkan tokkotti milkeessaniiruuf

Maalumaafuu " Qabsawaan ni kufa qabsoon itti fufa "

JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Sigigni lafaa eddoo heddutti heddummaataa jira. Yoo yakki heddummaate lafti nama ganti. RABBIIN nuuf haa dhiisu.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/29 21:30:12
Back to Top
HTML Embed Code: