Telegram Web Link
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Hadha Nama Na Affeeru dhabeen
Mana keessa Rafaa Oole 😔
Baddeessaa yoo muran maalii
Gatamaa qilleensin raasuu
Adeemaa yoo bulan maalii
Rakkataa bineensin nyaatuu
😢
Nama affeeruu qofaan qarshii hojjedhaa. Nama tokkoon qarshii tokko kaffalaa kan ture, Utopet amma nama tokkoon qarshii lamatti ol guddiseera. Kanfaltii isaas karaa Telebirr Qarshii 25 yommuu guutu baafachuu dandeessu, ammuma eegalaa!

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://www.tg-me.com/Utopet_bot?start=r0158985235
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Dhaloota #Hamister Tap Tap Jirtuu 😁
Abdiin kee gogee turee
Dagaagee gaafa latuu
Seenaan kee jijiiramee
Ifee gaafa mul'atuu...
~
Karoorri kee raawwatee
Hunduu gaafa argamuu
lyyati kee fuudhamee
Galmeen gaafa banamuu
~
Lubbuu keetif sodaattee
Utuu hin deemiin shakkaa
Dubbiin kee kabajamee
Gaafa argattu bakkaa
~
Warra xiqqaa fi guddaa
Gosa kee yookaan firaa
Hin dagatiin lammii kee
Gatiin isaa sirra jiraa.....!


JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namni isin Suuraa kana irratti Argaa jirtan Eenyu?

Comment jalatti Deebisaa
Diinni kee waan siif kolfe Qofaaf Amantee Meeshaa kee Lafa hin kaa'in.

@Coba_Qalamaa1 🌷
@Coba_Qalamaa1 🌷
Bareedinni kee Hijaabaani Sis 😍
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/29 03:29:10
Back to Top
HTML Embed Code: