Telegram Web Link
Itiyoo Telekoom Kennaa galateeffanna ifoomseera.

Itiyoo-Telekoom guyyaa boru Adoolessa 5-7,2016 guyyaa 3f kennaa galateeffannaa maamiltoota isaaf bilisaan akka gadhiisu ibseera.

Kennaan kunis:-
  🎉  Daataa Geegabaayitii tokko (1GB)
  🎉 Sagalee qilleensaa daqiiqa 25 (25 min)
🎉 Erga gabaaba 50 (50 Sms) isiniif kenneera.

Itiyoo telekoom kennaa kana gammachuu bara 2016tti Birrii biiliyoona 93.7 argachuun karoora isaa %103.6 galmaan gahe sababeeffachuun akka ta'e himeera.
Waan Urgaa'u hunda Urgeeffadheera
Waan akka Rasuulaa (S.A.W) Urgaa'u hin Agarre jedhe
[Anas Ibnu malik]
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Hadha Nama Na Affeeru dhabeen
Mana keessa Rafaa Oole 😔
Baddeessaa yoo muran maalii
Gatamaa qilleensin raasuu
Adeemaa yoo bulan maalii
Rakkataa bineensin nyaatuu
😢
Nama affeeruu qofaan qarshii hojjedhaa. Nama tokkoon qarshii tokko kaffalaa kan ture, Utopet amma nama tokkoon qarshii lamatti ol guddiseera. Kanfaltii isaas karaa Telebirr Qarshii 25 yommuu guutu baafachuu dandeessu, ammuma eegalaa!

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://www.tg-me.com/Utopet_bot?start=r0158985235
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Dhaloota #Hamister Tap Tap Jirtuu 😁
Abdiin kee gogee turee
Dagaagee gaafa latuu
Seenaan kee jijiiramee
Ifee gaafa mul'atuu...
~
Karoorri kee raawwatee
Hunduu gaafa argamuu
lyyati kee fuudhamee
Galmeen gaafa banamuu
~
Lubbuu keetif sodaattee
Utuu hin deemiin shakkaa
Dubbiin kee kabajamee
Gaafa argattu bakkaa
~
Warra xiqqaa fi guddaa
Gosa kee yookaan firaa
Hin dagatiin lammii kee
Gatiin isaa sirra jiraa.....!


JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/30 07:19:37
Back to Top
HTML Embed Code: