Forwarded from ✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from COBA QALAMAA || የ ብዕር ጠብታ
Forwarded from ✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Itiyoo Telekoom Kennaa galateeffanna ifoomseera.
Itiyoo-Telekoom guyyaa boru Adoolessa 5-7,2016 guyyaa 3f kennaa galateeffannaa maamiltoota isaaf bilisaan akka gadhiisu ibseera.
Kennaan kunis:-
🎉 Daataa Geegabaayitii tokko (1GB)
🎉 Sagalee qilleensaa daqiiqa 25 (25 min)
🎉 Erga gabaaba 50 (50 Sms) isiniif kenneera.
Itiyoo telekoom kennaa kana gammachuu bara 2016tti Birrii biiliyoona 93.7 argachuun karoora isaa %103.6 galmaan gahe sababeeffachuun akka ta'e himeera.

͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Itiyoo Telekoom Kennaa galateeffanna ifoomseera. Itiyoo-Telekoom guyyaa boru Adoolessa 5-7,2016 guyyaa 3f kennaa galateeffannaa maamiltoota isaaf bilisaan akka gadhiisu ibseera. Kennaan kunis:- 🎉 Daataa Geegabaayitii tokko (1GB) 🎉 Sagalee qilleensaa…
Ethiotelecom Isuma nu saamaa ture deebisee Nuuf kenne Baay’ees nama hin dinqu 😁 kun yaada kooti
Forwarded from ✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸
Waan Urgaa'u hunda Urgeeffadheera
Waan akka Rasuulaa (S.A.W) Urgaa'u hin Agarre jedhe [Anas Ibnu malik]
Waan akka Rasuulaa (S.A.W) Urgaa'u hin Agarre jedhe [Anas Ibnu malik]
Forwarded from ✎ Seyf Al-Islɑɑm official 🇵🇸
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Baddeessaa yoo muran maalii
Gatamaa qilleensin raasuu
Adeemaa yoo bulan maalii
Rakkataa bineensin nyaatuu😢
Gatamaa qilleensin raasuu
Adeemaa yoo bulan maalii
Rakkataa bineensin nyaatuu😢