Telegram Web Link
Utuun hin cabaatti beekee
Anin kolaasu abraangoo
Utuun sin dhabaatti beekee
Anin lolaasu imimmaan
😕

@A4mulaa_jireenyaa 🌷
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Hamster Jedhee Osoon
moggasee hoo maqaa isii !? 🐹
Miira tokko tokko
Ibsachuun Ni Ulfaata
😔
Dubarri Afaan-sheef Miila ishee
yoo Cufatte Bareeddi.
Yaa Rabbi Guyyaa kana Nuuf Bareechi 🌴
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Gaafa Arrabni Dubbachuu Dadhabe
#Ijatu Dubbata Imimmaaniin 😢

@A4mulaa_jireenyaa 🌷
እኔ ከፍቶኛል 😔
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namoooni Channel telegram Beeksifachuu barbaaddan Na qunnamaa 👇👇

@seyfal_islam
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Itiyoo Telekoom Kennaa galateeffanna ifoomseera.

Itiyoo-Telekoom guyyaa boru Adoolessa 5-7,2016 guyyaa 3f kennaa galateeffannaa maamiltoota isaaf bilisaan akka gadhiisu ibseera.

Kennaan kunis:-
  🎉  Daataa Geegabaayitii tokko (1GB)
  🎉 Sagalee qilleensaa daqiiqa 25 (25 min)
🎉 Erga gabaaba 50 (50 Sms) isiniif kenneera.

Itiyoo telekoom kennaa kana gammachuu bara 2016tti Birrii biiliyoona 93.7 argachuun karoora isaa %103.6 galmaan gahe sababeeffachuun akka ta'e himeera.
Waan Urgaa'u hunda Urgeeffadheera
Waan akka Rasuulaa (S.A.W) Urgaa'u hin Agarre jedhe
[Anas Ibnu malik]
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
2024/09/30 01:36:36
Back to Top
HTML Embed Code: