Telegram Web Link
Yoo ta'e Gaariidha
Yoo ta'uu baates Baay'ee Gaariidha.
Milkaa'inaaf Tooftaa biraa Barbaachisa Habibi

Education is not Working 😔


@A4mulaa_jireenyaa 🌷
Namni Hunduu Gaafa waan Fooyya'aa Argate Si gatee Deema.

@A4mulaa_jireenyaa 🌷
Haadha dhabuu mannaa
Haadha dhabduu wayya
.

@A4mulaa_jireenyaa 🌷
Guyyaan hin darbinee fi
Halkan hin bariine hin jiru.


@A4mulaa_jireenyaa 🌷
Yoomillee Akka keetti
hin jiraadhu
Akka kootti malee .

@A4mulaa_jireenyaa 🌷
Ati Naa laaffistee dhiisii
Akkanumattuu si dagachuun
Yaadaa jira 😳

@A4mulaa_jireenyaa 🌷
Warra si waliin kolfan dagachuu
dandeessa, garuu warra si waliin
boo'an yoomiyyuu hin dagattu.

@A4mulaa_jireenyaa 🌷
Bareedina kee qofaaf
sin jaalanne
Amala kee dabalateeti..♡


@A4mulaa_jireenyaa 🌷
Safe your self and others
Bro👊..........
{ If you are poor, forget about love and passions, and work hard to make money.

Say, "All I need is money."
Money is not everything but everything needs money} 😢😅


Jaalalti Miidhaadha😂😂😂

@Jaalala_qulqulluu 💔💍
"Si malee jiraadhee
Jiruun-koo Hin milkaa'u
"

@A4mulaa_jireenyaa 🌷
ለተመራቂዎች:-
.
• ዩኒቨርሲቲ ስትገቡ የቀይ ዳማ መልክ ይዛችሁ ገብታችሁ እንደ ዳማ መጫወቻ ጥቁርና ነጫጭባ ኾናችሁ የወጣችሁ…

• የካፌ ምግብ ጨጓራችሁን አስረጅቶ በከዘራ ድጋፍ የሚንቀሳቀስ ጨጓራ ባለቤት ያደረጋችሁ. . .

• 4 D 3C እና 2 F በመያዝ በቀጣይ ዓመት Add ለማድረግ ወደ ዪኒቨርሲቲ የምትመለሱና ቤተሰብ ጉዱን ሳያውቅ በሬ ጥሎ የደገሰላችሁ ተመራቂዎች. . .

• ሁሌ ከክላስ እየቀራችሁ፣ አስተማሪ ለምን ክላስ እንደማትገቡ ሲጠይቃችሁ ‹‹ብዙ ትኩረት መሣብ ስለማልወድ ነው!›› ስትሉ ተማሪዎች….
.
• አንዳንድ የሰላም መደፍረስ ያለባቸው ዩኒቨርሲቲ ገብታችሁ ካጠናችሁት ኮርስ በላይ ስልታዊ ማፈግፈግና ወታደራዊ ስትራቴጂ ተምራችሁ የወጣችሁ. . .

• የበሶ ውለታ ያለባችሁ ተመራቂዎች. . .

• በቴንሽንና በተመጣጠነ ምግብ እጦት ፈተና በደረሰ ቁጥር ፌንት እየበላችሁ ብዙ ተሸካሚ ወንድምና እህቶች ያፈራችሁ. . .
.
እናም ሌሎችም የዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች እንኳን ለዚህ አበቃችሁ. . .እንኳን ደስ አላችሁ!


JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Stay with us for 2months

#read_to_change
9th round reading challenge

Psychology books reading challenge


1.  Atomic Habit by James Clear

Page: 285pages
Page/day: 25pages/day
Review date: Sunday, July 21/2024
Reviewer: Ustaz Abdusemed Ibrahim

https://www.tg-me.com/readtochange_admins

#kaayyoo_koof
#read_to_change_9
Utuun hin cabaatti beekee
Anin kolaasu abraangoo
Utuun sin dhabaatti beekee
Anin lolaasu imimmaan
😕

@A4mulaa_jireenyaa 🌷
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
#Hamster Jedhee Osoon
moggasee hoo maqaa isii !? 🐹
2024/09/28 23:15:32
Back to Top
HTML Embed Code: