Telegram Web Link
Namoonni tokko tokko akkamitti dubartiin Jalloodha! Jetta jechuun na komatu. Dhugaa qabu.Mirgaas qabu. Waa'ee jallina jaraa itti deebina. Yoo lubbuun jiraanne nama hubatuuf,Jallinni dubartii ilma dhiiraatif faayidaa guddaa qaba.

Miidhama guddaas qaba.Waan lama qofa.Milkaa'uu yookaan Maraachuu.Garaagarummaa kana kan fidu ciminaa fi dadhabina dhiiraati.Yoo jallina ishee dandamachuu dandeesse dhiira jabaa taatee baata.Garuu Carraa xiqqoo qabda.Waaqni jabina siif haa laatu.😁

Akkasuma yoo jallina ishee dadhabde,Sammuun kee nyaatameeti,maraatuu nuuf taata.Yoo jabaattee jalaa baate,jallinni Dubartii akka aduutti guddisee si muldhisa. Harka yoo kennite immoo kophaa haasawaa of argita.Kanaafuu jabaadhu.Afaan ishees baradhu.Adabas godhadhu.Ishee waliinis morkii hin galin.

Jallina ishees amaniitii waliin jiraadhu.Sossobaa horadhuun. Dubartiin ati jalloo miti jettee quba natti qabdu,kan ishee uumeetu "Lafee jalloo" irraa uumamuu ishee siif hime. Anarraa bu'i.Dhugaa qeebali.Dubartiin akka Lafee jajalloo cinaachaati.Amma yaa'ii dhiisi.Naaf qajeelchi jettees hin kadhatin.Waan hin qajeelle hin gaafatin. Ati qajeeliif.Anas qajeelchiif jedhii kadhadhu.🏃🙆



JOIN US: ❯❯ @A4mulaa_jireenyaa 🌷
Dhala Tap Tap 😜
Dhaloota kanaaf boo'uu barbaadee yeroon isaanif boo'u dhabe. 😒
ኦልማ ኬቱ ኡልፋቴ
ከ አት-አናፍ ኦልቴ
ረክናፍ ገደዶ
ከን ነፋነ አርግቴ...
አኖ ሁምነን ቀቡ...
ዋ'''ቶኮ ሲን-ጎዱ
ዱኤ በዱስሌ
አን ስን-እራንፈዱ🥀❤️‍🩹
እንደ መሪ ሁን
ታሪክ ስለ ወታደር አይናገርምና!


JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
"Maalan jira
Caccabsee Na nyaatee jira" 😢


"Kan Gar gar nubaasan Jara
"😔

JOIN US: ❯❯ @A4mulaa_jireenyaa 🌷
Eebbifamtoonni ilmaan shanan gibee; bara kana muummee garaagaraatiin Yuunivarsitiilee garaagaraa irraa eebbifamtanu; baga gammaddan, baga firii dadhabbii keessanii argitan.

Alli akka keessaa ta'uu baatus abdii fi furmaanni biyyanaa isinuma eeggata. Kanaafuu qophii keessan kan durirra jabeessaa.

Congratulations!

Kanneen suuraa keessan argachuu dhabee hin maxxansin ammoo na ofkalchaa!

Abdulhaliim A.
Yoo ta'e Gaariidha
Yoo ta'uu baates Baay'ee Gaariidha.
Milkaa'inaaf Tooftaa biraa Barbaachisa Habibi

Education is not Working 😔


@A4mulaa_jireenyaa 🌷
Namni Hunduu Gaafa waan Fooyya'aa Argate Si gatee Deema.

@A4mulaa_jireenyaa 🌷
2024/10/01 08:23:07
Back to Top
HTML Embed Code: