Telegram Web Link
Dubartoonni heerumtan "Ba Allah" bultii teessan jabeeyfadhaa😢

Abbaa manaa keessan irratti danta dhabummaa tana dhiisaa. Hanga feete beekkumsa qabaadhu hanga feete jabduu tahi ajajani abbaa manaa keetii ajaja hunda siif haa duursuu, hanga Rabbitti kafri, zulmii hojjadhu jachutti si hin ajajinitti.

Abbaa manaa gaarii qabda yoo tahe jilbiiffadhuu qabadhu, meeqaatuu si harkaa baafachuuf afaan banee ganamuu shira sitti shiraa

Koottaati natti iyyaa warri jireenya faranjii hordofutti jireenya keessan dukkaneessaa jirtan😜
🍃🥰
:¨·.·¨:
 `·.   @Jaalala_qulqulluu
"Osoo Bilisummaan Akka bokkaa
Samiidhaa Roobeeyyuu Gabroonni
Tokko tokko Dibaabee/xilaa Qabatanii
Ofirraa Ittisu "
#Manquul

JOIN US: ❯❯ @seyfal_islaam
Forwarded from Jaalala♡Qulqulluu💖
Dhiira yoo taate dubara gaafa ati sadarkaa takka irra hin gahin siifiin jira siin jatte hin dagatin.

Dubartiin hiyyummaafii laafina keetii wajjiin si qeebalte warqiidha.


:¨·.·¨:
 `·.   @Jaalala_qulqulluu
Hamma yesuus du'ee ka'utti eenyuutu universii bulchaa ture jettuuree innoo du'ee qabrii bubbulaa ture mitii?
͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Hamma yesuus du'ee ka'utti eenyuutu universii bulchaa ture jettuuree innoo du'ee qabrii bubbulaa ture mitii?
Namoonni maxxansa kana Booda keessaanis ta'ee Group ireatti yaada dhiheessaa jirtan. Miira keessaa ba'aa.

Yasuus Waaqa osoon taane Ergamaa waaqaati. Kana dubbiin jaallattus jibbitus.
͙͙Foormulɑɑ Jireenyɑɑ 🇵🇸
Hamma yesuus du'ee ka'utti eenyuutu universii bulchaa ture jettuuree innoo du'ee qabrii bubbulaa ture mitii?
Anaaf jedhee waaqni du'e
Awwaalamees boolla bu'e
Cubbuu kiyya Narraa dhiqee
Achii bayee Samii dhaqe.

Jedhan jarri

Anis ni gaafadhe ka'ee
Akkam ta'ee Rabbiin du,e?
Eenyutu ajjeese danda'ee?
Fedha isaati moo humnaan ta'e

Humnaan ajjeefame taanaan
waaqaa mitii dadhabaadha.

Fedhasaatiin ajjeefamus
Uf ajjeesuunis cubbuudha.

!?
Yasuus Eenyu!?

Ragaadhaan Naaf deebisaa ....
Yaada Gabaabaa #Waa'ee Iyyasuus Macaafni Qulqulluun maal jedha. Comment jalatti Dubbisaa 👇
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
◇ Milkaa’inni bu’aa amaleeffannaa guyyaa guyyaati malee jijjiirama jireenya keessatti al tokko qofa dhufu miti.
—James Clear
#Atomic_Habits

@A4mulaa_jireenyaa
Suma yaadni koo
hin qabu yaada biraa
Onneen koo onnee keef
waadaa galee jira
~
Koottuu na ilaali
qaamni koo kan keeti
Lapheen shan shantama
sumaaf na rukutti

~
#Saks😜
Bagan si Jaaladhe

Kana sanaa namaa
Hin dhaga'u anoo
Siin filadheera ani
Hoodhu lubbuu kunoo

Natu si jaalate
Beekeen si filadhe
Natu si aanfate
Bagan si jaaladhe


@A4mulaa_jireenyaa
Afaan keetiin qofa
"Sin jaaladhaa" dhiisii
Akkan si amanuu
gochaan na argisiisi


#khalaas
Hojjattee duroomuurra
dureessatti heerumuu woyya
jedhe gurbaan woyii.

Dhala taatiyoo 😁
#Oduu_Gammachiisaa😁
Fayyadamtoota #Hulepay hundaaf🙏🙏🙏
Hulepay galmee  eegaleera🤙🤙🤙🤙
Hordoftoota keenya Hulepay.com amma banaadha #maallaqa argachuu ammuma eegalaa
✍️#Hub👌Rabbittin siniif kakadha kijiba miti 100%dhugaadha jiatti 1000-120000 ittiin hojjachuu dandeessu👌.
Galmeef step gadii kinoo laali👇👇👇
1⃣Hulepay seentani #Registration kan jedhu gubbaa harka mirgaa kan jiru tuqxu.
2⃣ Form sasalphaa inni sin gaafatu guuttu
3⃣ (KYC) Kan jedhamu nageenya account keef dhaabbatichaaf waan barbaachisuuf #mattaawqiyaa gandaa keessan keessaf duuba isaa suuraa kaasuun itti guutaa
4⃣VIP filachuun jalqabduu
Jechuudha✍️
👍👍👍👍👍👍👍🍀
✍️✍️Linkii kanaan seenaa
👇👇👇👇👇👇
https://www.hulepay.com?reference=abduse
https://www.hulepay.com?reference=abduse
https://www.hulepay.com?reference=abduse
Audio
📢 walaloo (25)

"Siichuu si dhiba "

🎙 Abdussalaam Idriis

                    ● 💐
●● @A4mulaa_jireenyaa ●●
●● @A4mulaa_jireenyaa ●●
                  ● 💐
Mp3 Converter-Cutter
Mp3 Converter-Cutter
📢 walaloo (26)

"Dhugaa lafa jiru ... "

🎙 Abdussalaam Idriis (Seyfa)

                    ● 💐
●● @A4mulaa_jireenyaa ●●
●● @A4mulaa_jireenyaa ●●
                  ● 💐
Addunyaa kanarra Namni Sababa
beelaan du'an baay'eedha. Kan
Jaalalaan du'an garuu sanarra Caala.


@A4mulaa_jireenyaa
Nama anan feenee
Kan argaa koo jibbu
Nama gadda kootiif
Akka cidhaa sirbu

Nama na hamachaa
Afaaniin na saadu
Nama dantaasaatiif
Qofa na barbaadu
~
Kabajaa kenneefiin
Onnee kiyya keessa
Isaaf baga jedheen
Eebbisee geggeessa
!

@A4mulaa_jireenyaa
Namni qofaa hasaasaa ykn haasa'aa deemu nama qalbii gatuutti siqe sitti fakkaata taanaan, anaan maraatuutti na lakkaa'uu keeti. 😕

Ani qabxii maree qabadhee manaa ba'een ho'ifachaa adeema.Hamman dhimmicha hin fixnetti karichas hin fixu!
2024/09/29 17:30:29
Back to Top
HTML Embed Code: