Telegram Web Link
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Walloo fi fala$x!in dabalatee miidhamaa hundaaf rabbi haa tumsu!! 😢
#Eidi dhaaf Guyyaa #28 Qofatu Hafe ☺️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
" Adada Hayyuu taatuun ba'aa baatta, waan uf caala Biyyaaf dhimmamtuuf, Adada birrii qabaattuun rakkatta, Namni ashaboo dhugu, dheebotaa deema waan ta'eef, Adada beekamtuun bilisummaa dhabda, gatii sobaatiin waan si waamaniif..!!
Sammuun dargaggeessa har'aa balbala hin qabu. Yoo qabaates ni baasa malee hin galchu. Waanan jedhe haa ta'u jedha malee, yaada biraan hin madaalu. Namni hundumtuu waan hunda beekee waan uumame itti fakkaata. Beekumsa xiqqoon waan baay'ee furuun waan danda'amu itti fakkaata.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This is Palestine  🇵🇸
This is what happening now in gaza
The kids are still dying !!
#pray_for_Palestine
😓😓😓😓😓😓😓😓
Tuffii fi qoosaa Paastaroonni Pheenxee gariin jidduu kana islaamummatti godhan itti cal’isuun salphina seenaati.
Jaarsa umriin isaa torbaatamoota keessaa tokkootu akkana jachuun gorsa laate.

1. Dubartii jaalattuuf jattee ; dubartii si jaalattu hin dhiisin.
2. Sijaaraa qabsiifachuuf bosona hin gubin.
3.Du’uu kee dura jiraachuu kee mirkaneeffadhu.

@A4mulaa_jireenyaa
@seyfal_islaam
"Namni baatii Ramadaanaa guyyaa 30 soommane, akka nama ji'a guutuu soommaneeti."
Mirga beeyladaa nu barsiisuu barbaadu . . . Nuti garuu isaan caallee #Harroota Gurguddaa tokko #Famous goonee hordofna.

Saboo maaliin barreesse sa ? Tanaafin barreessuu dhiisee bar. Maalif akkaan akkana ja'eehu naaf hin galle.

Warri akka kiyyatti maalif akkaan barreesse isiniif hin galin nuti walumaan #Harroota.

Warri isiniif galees #Harroota waa hubatu, lakkii , lakkii . . . #Hayyoota waa hubatu jachuu kiyya. Dhiifama

@A4mulaa_jireenyaa
@seyfal_islaam
Bilbila gurguradhuu #dongoraa bitadhu na godhaa jira.

Ya'ajuuj faan xiqqo boodatti waan turan natti fakkaachaa waan jiruuf ... gaara isaan qotaa jiran san dhaqee gargaaruu laata ?!
2024/10/01 11:20:49
Back to Top
HTML Embed Code: